Haqa Oromoo fi sablammii Itoophiya

Haqa Oromoo fi sablammii Itoophiya Odeffannoo ho'aa,beeksisa hojii misoomaa, gorsa barbaachisoo fikkf..

  sun dhuguma utuu KFO ta'ee silaa Alaabaa KFOn kadhata; amma garuu alaabaa ABO sana lafa afee kadhata. Gatii alaabattii...
22/01/2025


sun dhuguma utuu KFO ta'ee silaa Alaabaa KFOn kadhata; amma garuu alaabaa ABO sana lafa afee kadhata.

Gatii alaabattii waan beekuuf sanaan waggaa 8n darbe maallaqa bu'ate. Miseensonni Oromo Liberation Front-OLF/ABO ala kana jirtullee burjaajoftuu waan taateef kan falmitu hinjirtu.

Namichi dhaaba siyaasaa hinqabu. Dhaabni Siyaasaasa GIRRISA qofa!

"Kanaan booda saala lama qofatu jira, dhiiraa fi dubara" ...  President Donald J. Trump "ከዚህ በውሃላ ሁለት ፆታ ብቻ ነው ያለው፣ ወንድ ...
20/01/2025

"Kanaan booda saala lama qofatu jira, dhiiraa fi dubara" ... President Donald J. Trump

"ከዚህ በውሃላ ሁለት ፆታ ብቻ ነው ያለው፣ ወንድ እና ሴት" ... ፕሬዝዳንት ዶናልድ ጆህን ትራምፕ

"From now on, there are only two genders: Male and Female." ... President Donald J. Trump

20/01/2025
19/01/2025

Dubbiin akka Jedhamaaru miti!

23/01/2024



Namooni tokko tokko beekes haata'uu osoo hin beekin gocha akkanaa yeroo raawwatu argina.Yoo badiin akkanaa magaalaa keenya keessatti raawwatamus akka waan biyya biraa qabnuu woyiitti callisnee bira dabarra.kun garuu kunoo akka nuti bara baraan balfa woliin jiraannu nugodhaa jira.

Balfa garaa garaa irraa akkasumas fincaanii fi dhangala'oowwan qulqullina magaalaa keenyaa faalan irraa magaalaa keenya qulqulleessuuf ga'een hunda keenyaa iddoo olaanaa qaba.

Qulqullina naannoo keenyaa fi magaalaa keessa jiraannu akkasumas magariisummaa iddoo hojii idilee keenyaa hunduu iddoo jirrutti haa ga'ee keenya haa ba'annu.woliin taanee biyya magariituu fi qulqulluu haa 'ijaarruu..




23/01/2024

ที่อยู่

Phra Nakhon

เบอร์โทรศัพท์

+251993180704

เว็บไซต์

แจ้งเตือน

รับทราบข่าวสารและโปรโมชั่นของ Haqa Oromoo fi sablammii Itoophiyaผ่านทางอีเมล์ของคุณ เราจะเก็บข้อมูลของคุณเป็นความลับ คุณสามารถกดยกเลิกการติดตามได้ตลอดเวลา

แชร์