Jumas Media

Jumas Media ||YouTube.com/||

25/08/2025

Oromia Media Oromo

21/06/2025

Guyyaa Qiyaamaa nama 70,000 kan akkuma Qabrii irraa bahaniin osoo cinqii Dirree Qiyaamaa hin agarre Jannata seenaniitu jira. Ummanni kun osoo waa takka hin gaafatamne, Osoo hin qoratamne Jannata seenan.!

Dubbii tana yeroo Nabiyyiin sallallaahu aleeyhi wasallam sahaaboota isaatiif himu hedduu gammadanii turan. Gammachuu keessa Jiddumaan sahaabtichi tokko kan Ukkaashaa ja'amu “akkaan Ummata san keessatti galmeeffamu Rabbi naaf kadhu” Rasuulaan ja'e. Yeroo kana Rasuulli sallallaahu aleeyhi wasallam ati isaanirraahi ja'een.!

Anaa fi atiis nama galmee Ummata gaaffii takka malee Jannata seenan kanaa keessatti galmeeffame Rabbi nuhaa godhu !!

Galmee warra Gaaffii takka malee Jannata seenanii keessatti Rabbi sihaa galmeeysu !!

19/06/2025
19/06/2025

Dubbiin hammaachuuf deemti
"Waan hundaafuu qophii dha!" Pirezidaanti Erdogan akeekkachiisa jabaa piroojektii Ziy-oonistootaaf dabarsanii jiru..!!

"Rippabilikni Turkii biyya biyyoota keessaa miti.! Namni qaamota biroo wajjin nu madaalu hin jiru, Namni nu qoruufis ta'e obsa keenya hin yaalu! Haala kamiifuu qophoofnee jirra, Dhaabbileen keenya hundi of eeggannoo irra jiru! Nuti mana gurgurtaa nyaataa hoogganaa jirra miti; nuti Rippabiliika Turkii geggeessina!! Nuti haleellaa nurratti raawwatamu hundaaf nama weerartuuf waan isaaf malu kennuu danda'u dha."

Jechuun Pirezidaantiin Turkii Rajab Xayyib Erdogan ibsa guyyaa har'aa kenneen weerartoota Israa'el n akeekkachiisee jira.

Odeeffannoo keenya bal'inaan link Comment keessa jiruun daawwadha, Share gochuun waliif qoodaa.
👇👇👇👇

Jadhe Juwar Mohammed

Rabbiin Nuf Hakennu Kabaja   ﷺ 🥰  󰤥 1k 󰤦 1k 󰤧 1k [SAW] ❣
19/06/2025

Rabbiin Nuf Hakennu Kabaja ﷺ 🥰 󰤥 1k 󰤦 1k 󰤧 1k [SAW] ❣

19/06/2025
18/06/2025
31/01/2024

Aana Mohammed

Address

Bukasa

Telephone

+256753320605

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jumas Media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Jumas Media:

Share

Category