ONEK MEDIA

ONEK MEDIA Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from ONEK MEDIA, Media/News Company, Atlanta, GA.

Film ...directing , video shooting , editing
Video music , wedding , graduation, any kind of ceremony, do video , photography, everything in1 anywhereus we are always here to help you.

04/10/2017

INTERNATIONAL OROMO HEALTH PROFESSIONALS ASSOCIATION INAUGURAL CONFERENCE

DAANDII WAL-MARAADargaggoo Amaanu’eel A- Garootiin barreeffamee kan qophaa’e fiilmiin  Mata duree “Daandii Walmaraa” jed...
04/10/2017

DAANDII WAL-MARAA
Dargaggoo Amaanu’eel A- Garootiin barreeffamee kan qophaa’e fiilmiin Mata duree “Daandii Walmaraa” jedhamuun hojjetame, Giddu Gala Aadaa Oromootti gaafa guyyaa 29/8/2009 ALH bakka jaallattootii fi deggertooti Aartii Oromoo argamanitti ni sirna ho’aadhaan eebbifama. Amaanu’eel A- Garoo dargaggeessa Fiilmii Oromoo gara sadarkaa ol-aanaati ceesisuuf tattaafatu yoo ta’u, kanaan duras diraamaa dheeraa Teeleviiziyoona Oromiyaatiin darbaa ture “Dheebuu” gubbaatti production Manager ta’ee hojjeteera. Gara fuulduraattis dhaloota hojii gaarii nuuf gumaachuu danda’uufi abdannuudhasi.
Fiilmii kanarratti taatota hangafootaafi haaraan isin jaallattan hedduun kan keessatti qooda fudhatan yoo ta’u, sadarkaa isaa eeggachuun kan hojjetameedha. Isinis gaafa guyyaa eebba isaatii argamuun aartii keessan bira akka dhaabbattan kabajaan afeeramtaniittu.

Via Abdiisaa Balaachoo

04/10/2017

INTERNATIONAL OROMO HEALTH
PROFESSIONALS ASSOCIATION INAUGURAL CONFERENCE

Address

Atlanta, GA

Opening Hours

Monday 9am - 5pm
Tuesday 9am - 5pm
Wednesday 9am - 5pm
Thursday 9am - 5pm
Friday 9am - 5pm
Saturday 9am - 5pm

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when ONEK MEDIA posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share