ODMBeekan

ODMBeekan Anaaf Multimedia Incorporation (AM Inc.)

is a Massachusetts-based independent & nonprofit corporation, full-service digital media production focused on storytelling, education, digital technology & Community service to the Oromo diaspora and abroad.

04/01/2021

Oduu Cabsataa!
~
naannoosheeti namni nama dubbisuu dandeessan dafaa qaqqabaa. Nama manaa guuranii daguugaa jiru; lolattis guuraa jiru. Ibsaafi silkii balleessaniiru!

04/01/2021

Takka takka Jawar Mohammed f kan boonyu iyyuu mitiim. Utuu nuti dogoggorteetta jennee ishee qeeqnu harkasheen OPDOtti harka kennatte. Utuu hin hiikkadhu hinjenne ta'e har'a salphinni Oromoo dachaa 100 ture. Baqqalaan garuu nama gaddisiifti. Jawar faana buxunxur jettee bulxaaxxoftee faana bowwaa seente. Sanas Baqqalaatti himnee turre. Utuu...jedhe dooftor Zalaalem keenyatu🙆‍♀️

Hayyuu, Qaroo hojjeteefi fiigee hinquufne kana    tasa of biraa dhabuun qaawwaa qaawwaa caaluudha. Maatii, hiriyootasaaf...
04/01/2021

Hayyuu, Qaroo hojjeteefi fiigee hinquufne kana tasa of biraa dhabuun qaawwaa qaawwaa caaluudha. Maatii, hiriyootasaafi Oromoo hundaaf jajjabina😭

04/01/2021

የራሱን ህዝብ "ጠላት" ብሎ የሚጠራ እና ጨርሰው እንዲጠፉ ለመውጋት ባዳን ደቦ የሚለምን መሪ ምን ይባላል እስኪ ?🙈

04/01/2021

የ"ኢትዮጵያ አትፈርስም !" ፉከራ ለምረጡኝ ቅስቀሳ የተመረጠ የ2013 ምርጥ የሽንገላ ንግግር ቢሆን እንጂ ኢትዮጵያን አፈርሳለሁ ብሎ የሚመኝ ማንም ኢትዮጵያዊ ያለ አይመስለኝም።

04/01/2021

ሀገር ፈርሳለች እኮ‼
ወሎ ከሚሴ😢
የሞቱት ኦሮሞ ነን ስለምሉ ?
ቤት ውስጥ ሰው ተቃጥሏል የሞቱት ቁጥር ከ150 በላይ ነው ትምህርት ቤት ወድሟል የትምህርት መሳሪዎች ሙሉ በሙሉ ወድመዋል ጤና ተቋማት በተመሳሳይ ጋይተዋል 3 ቀበሌዎች ሙሉ በሙሉ ዶግ አመድ ሆኗል ፣ ከ80 ሺህ በላይ ሰው ተፈናቅሏል ሆኖም የኢትዮጵያ ሰባዊ መብት ኮሚሽን አይኔን ግንባር ያድርገው ብሏል ። ችግሩ እነዚህ ኦሮሞ ነን ማለታቸው ካልሆነ በቀር ከወለጋ የባሰ እልቂት ውድመት ተፈጽሟል ። መርጦ መቆርቆር ለጉዳዮች ምቹ ሁኔታ ከመፍጠር በቀር ለችግሩ መፍትሔ አይሆንም ።
Temesgen Gemechu

04/01/2021

Dubbichi Akkana Ture!

Lixa Oromiyaa Baabboo Gambeel

Kibxata darbe galgala 12:00 utuu hin ta'iin waraanni mootummaa karaa dabballoota isaanii uummata wal gahii akka bahan mana mana irra adeemanii itti himuu eegalan. Dubbichi namoota jiraattota biratti bitaa galaa ta'ee argame. Hunduu maal wal gahiin halkanii jechuun ofii isaaniitti hasaasuun guungummii eegalan. Bakki kun wallagga lixaa Aanaa Baabboo Gambeel naannoo Bonee jedhamuttidha. Bakki walgahiin kun itti waamame immoo bakka addaa Sadeqaa Abbaa Dumeessoo jedhamudha. Namoonni hedduunis doorsifamanii dirqiin akka bakka kanatti wal gahaniif karaa dabballootaa waan sodaachifamaniif namoonni humna qaban gara wal gahii kanaatti deemuuf dirqamaniru. Sa'atiin wal gahichaa sa'a 1:30dha. Namoonni miira sodaan guutaman muraasni nama 40 hin caalle bakka Sadeqaa Abbaa Duumessoo kanatti wal gahaniru. Akkuma bakka kanatti wal gahaniin dhukaasni kallattii afur irraan itti baname, duubaan manni jiraattotaa gubachuu eegale. inni humna qabu fiigee miliquuf yaale. Kan humna hin qabne bakkichuma dhaabbatee rasaasa keessummeessuu filate, daqiiqaa shan hin guunnetti reeffi namootaa lafa tuulame, inni carraan isaa isa hambise gara bosonaatti baqatee lubbuu isaa oolfate. Obbo Daggafan jiraataa aanaa Gambeel bakka itti haleellaan kun itti raawwatedha. Obbo Daggafeen haadha warraa isaa fi daa'imman afur waliin haleellaa kana irraa oolanii bosona naannoo Sadeqaa abbaa Dumessoo keessa jiru. Har'a ega bosonicha keessa jiraachuu eegalaniiti guyyoota 3 ta'a. Akka maanguddoon kun jedhanitti gara qe'ee kootti deebi'uuf wabii tokkollee hin qabu, yoon deebi'e qaamni kaleessa wal gahii nu waamee rasaasa nu affeere ammas naaf hin ciisu, achitti deebi'u irra bosonuma kana keessa jiraachuun filadha jechuun yaada isaanii ibsataniru. Warri mootummaa abbaa irree kun erga haleellaa kana raawwataniin booda warra madeessan qabatanii yeroo ammaa kana hospitaala magaalaa Najjootti argamu, suuraa fi viidiyoos waraabbataa jiru. Sababni isaas dokimantarii burjaajjessaa itti. hojjechuuf! Gochaa kana kan raawwachiise bulchaa aanaa Baabboo Gambeelii hoogganaa komaandi poostii magaalaa Najjooti. Waanuma fedheefuu dhugaan hin qalla'atti malee hin cittu. Kun hunduu maqa balleessii waraana bilisummaa oromootiif hinaaffaa Jaal Marroon miidiyaa Aljeezeeraa irratti dhiyaateef akka ta'ee fi dhiibbaa saba bicuu Amaara jettee of waamtuun kan shiramedha. Abiy Ahimadis waca warra Amaaraa fi duula isaan isa,irratti banan tasgabbeessuuf maqaa olaantummaa seeraa kabachiifna jedhuun jiraattota lixa oromiyaa duguguuf shira harki isaa bocee gadi lakkisedha. Yeroon isaan oromoota dhihaa jiilchuuf itti kutatanii kana amma. Isa yeroo kamuu caalaa maqaa ABO shanee jedhuun uummaticha jiilchuuf wixineen isaanii inni ammaa ulfaataafi gara dhabaadha. Kutaaleen oromiyaa hundi yeroon inni sagalee tokkon duula oromummaa irratti xiyyeeffate kana dura dhaabbatee falmatu amma. Abbaa irreef beellamni hin barbaachisu. Abiy Ahimed waraana Shaabiyaa fi humni addaa naannoo Amaaraa utuu hin hafiin guutummaa lixa oromiyaa keessa qubachiiseera. Ajjeechaan kan yeroo kamii caalaa jabaataa dhufuuti mala, oromoon wal irratti callisnee ilaaluuti hin qabnu. Bakka jirru kaanee falma hadhooftuu geggeessuun kan qe'ee keenya irratti nu ajjeesu ofirraa geggeessuuti qabna!!

Injifannoon Uummata Oromoof!

Address

Cambridge, MA

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when ODMBeekan posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to ODMBeekan:

Share

Anaaf Multimedia Incorporation (AM Inc.)

Anaaf Multimedia Incorporation (AM Inc.) is a Massachusetts based on independent & nonprofit corporation, full-service digital media production focused on storytelling, education, digital technology & Community service to the Oromo the largest and most populous people in east Africa and diaspora Oromo. AM shall be operated exclusively for educational, scientific, and charitable purposes within the meaning of Section 501 (c)(3) of the Internal Revenue Code of 1986, or the corresponding section of any future Federal tax code. AM envisioned the future to foster a new era across all nations and nationalities to bring eternal peace, rule of law, equality, solidarity, and development. Implementing these theoretical novel ideas into practice will demand enormous knowledge, energy, time, and economical capacity to challenge all hurdles.