Bokku Oro Media-BOM

Bokku Oro Media-BOM BOM is an independent and nonprofit corporation based in USA,it’s focused on politics, culture, Ed

05/22/2026

Dhimma qabsoo Oromoo fi Dhiibama Oromiyaa irratti wal falmii Obboo Raaji fi Obboo Ayyaana godhan kana mee caqasaa.

Oduu nama gaddisiisu😅😂Magaalaa Naqamteetti barattuun ogummaa Narsing waggaa 4ffaa maallaqa ittiin baratte kafaluu dadhab...
05/22/2026

Oduu nama gaddisiisu😅😂

Magaalaa Naqamteetti barattuun ogummaa Narsing waggaa 4ffaa maallaqa ittiin baratte kafaluu dadhabne lubbuu ofii dabarsuun dhagahame.

Barattuu hin seenee Tafarii jedhamtu jiraattuu magaalaa Naqamtee kolleejjii New Generation itti barattuu waggaa 4ffaa turte jedhan.

Barattuu kana kafaltiin birrii kuma 15 irratti akka hafe ibsame.

Namni kaffaltii hin raawwanne immoo qormaata 'Exit Exam' qoramuu akka hin dandeenye yeroo beeksifamu waan kaffalattu dhabuun baradhe akka hin baratiin ta’u koo irra jettee of akka ajjeestu murteesse lubbuu ishee dabarsite jedhame.

Oduu Gaddisiisaa😂😅Obboleessi obbo Taye Dendea Aredo hoogganaan waajjira barnootaa Magaalaa Fiichee obbo Darajjee Danda'a...
05/22/2026

Oduu Gaddisiisaa😂😅

Obboleessi obbo Taye Dendea Aredo hoogganaan waajjira barnootaa Magaalaa Fiichee obbo Darajjee Danda'aa halkan edaa shaaworii fudhachaa osoo jiranii tasa mucucaachuun kufanii lubbuun darbuu fuula Facebook kana irratti yeroon argu baay'een gadde.

Kanas kan galaafate garee maafiyaa PP #120 jettee moggaftedha. Ani kanan jedhu qorichi garee 120 kanaa . Mee warri abbaa Toorbeen yoo deebi’e gaariidha jettan 1111 barreessaa.

"Free Lammi Begna waan jedheef qofa  'n ajjee-fame. Burraayyuu Kattaatti erga qabamee Tsaggaayee Daandanaatu konkolaataa...
05/19/2026

"Free Lammi Begna waan jedheef qofa 'n ajjee-fame. Burraayyuu Kattaatti erga qabamee Tsaggaayee Daandanaatu konkolaataan fuudhee gara jabeeyyiitti kenne."

Kan warra kaleessa ABO keessa turanii amma immoo PP ta’ani kun. Warroota #120 jeshaman kana warra Oromiyaq bulchan waliin ta’uun nama nagaa lafa irraa fixaa jiru.
“Nan bula malee nan ura jette Boombiin” jedhan. Turus guyyaan inuma dhufa.

05/13/2026

Dhimma filannoo fi Haala Oromiyaan keessa jirtu irratti waan Obboo Lammiin jedhe kanatti mee dhiyaadhaa.

05/08/2026

Baga gammaddan baga gammanne!
Finfinnee…..💪🛎❤️💚❤️📢🔈dammaqi!
Magaala lafa itti Alaabaa qabatanii akkas keessa konkolaataadhaan duula na filadhaa geggeessan ta’uu arguun matumti isaayyu dhuguma jijjiirama tokkodha, utuuma filannichi filannoo haqa qabeessa ta’uu baateeyyu.

Alaaba jalatti lubbuu dhala oromoo kitilatuu galafatameem, Alabaan kun Faajii ilmaan Oromoo cufaati, kanaafu adaraa yaa Sabakoo filadha.

Followeroota 10k+ deggersa keessaniin arganneerra galatoomaa! Ammallee warri maatii keenya hin ta’iin fuula kana follow ...
05/02/2026

Followeroota 10k+ deggersa keessaniin arganneerra galatoomaa! Ammallee warri maatii keenya hin ta’iin fuula kana follow fi Like gochuun maatii keenya ta’aa isiniin jenna.
Ulfaadhaa!

05/02/2026

Dhimma irratti waan Dr Bireen ammas jedhe mee caqasaa. , Like fi share gochuu hin dagatiinaa.

04/30/2026

Addis ababeen eenyummaa hin qabdu. … me itti dhiyaadhaa! Follow, like fi share gochuus hin dagatiinaa.

04/25/2026

Minilik biyya ijaare jechuuf illiinaan kiyya naaf hin eyyemu. Mee itti dhiyaadhaa!

Warri maatii hin taane immoo -like fi share gochuu hin dagatiinaa.

Address

Cincinnati, OH

Telephone

+15138016247

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Bokku Oro Media-BOM posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Bokku Oro Media-BOM:

Share