Gumi Boko Media

Gumi Boko Media Haqaaf falmanna ni bilisoomna! Kayyoon keenna haqa saaxila baasuudha.

01/07/2024
12/29/2023

Nagaan boqadhu Gameessa Sabaa Rabbiin bakka dhugaa si haaubsiisu!!!

11/04/2023

Dhimmoota uummata keenna irraattii cadhisuun cubbuu jenneewaan amannuuf marii gababduu qabanee jira Dr Udeessa Kerroo woliin.

09/08/2023

Soon
Etika Teferi
Oromummaa

08/06/2023

Namichi kuni kaleessa lola promote Gocha ture Ummatiin Oromootiif ummanni tigiraayi ummata biyya biratti jechuudha ?

No Justice, no peace free all of them ! "lafa dhugaan hin jireti   hin jiru . Waari waa'ee nagaa haasa'an dursa  # dhuga...
08/03/2023

No Justice, no peace free all of them ! "lafa dhugaan hin jireti hin jiru . Waari waa'ee nagaa haasa'an dursa # dhugaa barbaadutu irraa jira . Yoo dhugaan iddoottii hin deebi'in # Nagaan iddootti hin deebi'u !
Hidhaa Godina Baaldaraas fi Gujii keessatti baay'achuun Dhitta mirgaa Naamomaa Sarbaamera jedha himate.
Awaalu Buxuulaf Miltoon isaan akka gadii dhiifaman gafaatame.
seeneti

08/01/2023

Dhugaa dhugaadha budaan saa offi hin hingatu jedhe Gujii!

07/28/2023

Address

Dallas, TX

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gumi Boko Media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category