Gemeda Kasim Gk

Gemeda Kasim Gk I live for a purpose, not a cause! live to be a source of solutions, not sources of problems you could Contact us by http://www.shaasheepost.com

15/11/2025

With OBN Afaan Oromoo Plus – I'm on a streak! I've been a top fan for 4 months in a row. 🎉

Success isn’t about finding time  it’s about creating it!
15/11/2025

Success isn’t about finding time it’s about creating it!

“OMN Madda Kijibaati!”OMN yeroo baay’ee odeeffannoo sobaa fi madda qabatama hin qabne irratti hundaaye oomishuun Aanaa t...
15/11/2025

“OMN Madda Kijibaati!”

OMN yeroo baay’ee odeeffannoo sobaa fi madda qabatama hin qabne irratti hundaaye oomishuun Aanaa tasgabbii qabu fi Hooggansa Nageenyaa hojii ummataa karaa Sirriitiin hojjachaa jirurratti olola dogoggoraa uumuun sochiin gaggeessaa jiru karaa kamiinuu fudhatama hin qabu!

Odeeffannoo madaallii hin qabne, odeessa haqa hin hordofne fi namoota sodaachisuuf qophaa’e, yeroo garaa garaatti du’a, ajjeechaafi jeequmsa hawaasa keessatti uumuuf fakkeessuun uummata burjajjeessuu fi sodaa hawaasaa keessatti uumuuf oolola darbu kamiyyuu ni Balalleffannaa!





   ለኢትዮጵያ የረጅም ጊዜ ደህንነት ለማስጠበቅ ቁልፍ ነው!!ኢትዮጵያ የባሕር በር የነበራት ታሪካዊ ሀገር መሆኗ ብቻ ሳይሆን፣ የአሁኑ ተራማጅ ማኅበረ-ኢኮኖሚያዊ ዕድገቷ ያለ የባሕር ላይ ተ...
14/11/2025

ለኢትዮጵያ የረጅም ጊዜ ደህንነት ለማስጠበቅ ቁልፍ ነው!!

ኢትዮጵያ የባሕር በር የነበራት ታሪካዊ ሀገር መሆኗ ብቻ ሳይሆን፣ የአሁኑ ተራማጅ ማኅበረ-ኢኮኖሚያዊ ዕድገቷ ያለ የባሕር ላይ ተደራሽነት ሊፋጠን አይችልም።

ይህ መዳረሻ የሀገሪቱ የንግድ መስመር፣ የኢኮኖሚዋ የደም ሥር እና የዓለም አቀፍ ትስስሯ መተንፈሻ ነው።

ስለዝህ የባሕር ላይ ተደራሽነትን ማረጋገጥ ማለት የኢትዮጵያን ሙሉ ሉዓላዊነት ማረጋገጥ ማለት ነው።

ከሌሎች ሀገራት በፖለቲካዊ ውሳኔ ጥገኝነት የመውጣቱ ጉዳይ ወሳኝ ሲሆን፣ የሀገርን የረጅም ጊዜ ደህንነት ለማስጠበቅ ቁልፍ ነው።

14/11/2025

የከተሞች ሥሉጥ መሆን ምቹ የፈጠራ ሥነ ምህዳር ይፈጥራል፡፡ የዲጂታል ፈጠራን ያጎለብታል፡፡ የመደመር መንግሥት እሳቤን ያስፋፋል፡፡ በቴክኖሎጂ የተደገፈ ኢንዱስትሪዎችን እድገት ያፋጥናል፡፡ በዚህም እዉቀት መር ኢኮኖሚ ለመገንባት ያስችላል፡፡

የመደመር መንግሥት ገጽ 238

13/11/2025

“Gaaga’ama keessatti fayyinni, diigama keessatti haaromsi, bittinnaa’anii baduu keessatti walitti qabamuu fi walqabatanii ka’uun Daandii Ida’amuuti. Biyyi keenyas utubaa Ida’amuu kanaan adeemuu fi adeemsa diigamsaa fi faffaca’iinsaa keessa seente keessaa bilisa bahuu ishii barbaachisa.”

(Kitaaba Mootummaa Ida’amuu Fuula 114)

Address

8 Green Ste R
Shashemene
19901

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gemeda Kasim Gk posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Gemeda Kasim Gk:

Share