
29/05/2025
""""'''
Badhaadhinni paartin shamarreef dardaraa
Jaalalaan hammataan dhala namaaf firaa
Hogganuun mootummaa intarpiriinaraa
Biyyattii ceesisuuf angafa mootara.
"""""""
Gulantaa qabsoon ummataa amma irra gaye
Wabeeffachuun maddee galmoota adda baye
Dhugoomsuf kan waadaa seenneerru nuhundi
Paartin badhaadhinaa galma gochaa sadii
Ifoomsaa kan turreef ammas ibsaa jirru
Sirna cimaa sirriin ititaa ijaaruu
Saayinsiif teknoloojin fagoo tarkaanfachuu
Dhaloota qaroomaan fulla'e horachuu
Ummata diinagdeen of danda'e uumuu
Xiiqin milkeessinaa sochii taasifamu