Badhadhina hundaf tatu

Badhadhina hundaf tatu Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Badhadhina hundaf tatu, Digital creator, Los Angeles, CA.

09/04/2024
congratulations 🎊🎊
07/07/2024

congratulations 🎊🎊

Galatoomaa ilmaan aayyaa! Rabbi nu milkeessinna!👏👏

03/07/2024

''Gochi Alseerummaa xiqqoo hin qabdu.❗️
.Gochoonnii akka Ajaja mana murtii kabajuu dhabuu, bilisummaa ogeeyyii seeraa sarbuu, mirga shakkamaa kabajuu dhabuu fi kkf qaama seeraatiin raawwataman kufaatii sirna haqaaf, Sarbamuu mirga dhala namaaf, Amantaa hawaasni seeraa fi haqa irraa qabu xiqqeessuu, Olaantummaa abbaa humnaa fi kabajamuu dhabuu ol'aantummaa seeraatiif sababa guddaa ta'uu danda'a.
Qaamni seera kabachiisuu ofii seera cabsaa ummatatti ol'aantummaa seeraa himuun wal sobuudha. Ofii jalqaba wal kabajuu qabna. Bilisummaan ogeeyyii osoo hin kabajamnee humnaan qindooytee haqaaf hojjachuun ni ulfaata.''
Ammaas qamni haqa ummataaf hojjatu wal kabajee bilisummaa walii eegee qindoomee hojjachuu qaba. Alseerummaa irrattiis tarkanfii fudhachuun filannoo osoo hin ta'in dirqama ta'u qaba.''
✍️ 🌹

GODHAA 🙏

01/05/2024

Address

Los Angeles, CA

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Badhadhina hundaf tatu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share