Oromia News Agency

Oromia News Agency Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Oromia News Agency, Media/News Company, Ethiopia, Minneapolis, MN.

03/14/2021

Guyyaa kaleessaa, Sambata, Manni Maree Naannoo Amaaraa labsii alaabaa naannichaa jijjiiruuf qophaa’e raggaasiseera.

Ragaan dhiyaate jiraachuu baatus sababa gabaasa dhiiga kantarsa jedhuun Taayilaand talaallii Covid-19 'AstraZeneca' jedh...
03/13/2021

Ragaan dhiyaate jiraachuu baatus sababa gabaasa dhiiga kantarsa jedhuun Taayilaand talaallii Covid-19 'AstraZeneca' jedhamu talaaluu addaan kutte.

Talaalliin kana talaaluun kan dhabbate erga Deenmaarki fi Noorweey dabalatee biyyootiin hedduu talaallicha kennuu erga addaan kutani booda.

Itoophiyaa dabalatee biyyoonni Afrikaa hedduun talaallii kana gama sagantaa waliingahiinsa talaallii WHO 'Covax' jedhamu argatanii talaaluu eegalaniiru.

Itoophiyaan talaallii 'AstraZeneca' doozii miliyoona 2.2 argatte boru Sanbata irraa eegaltee kennuu akka eegaltu beeksifteetti.

Talaalliin kana talaaluun kan dhabbate erga Deenmaarki fi Noorweey dabalatee biyyootiin hedduu talaallicha kennuu erga a...
03/13/2021

Talaalliin kana talaaluun kan dhabbate erga Deenmaarki fi Noorweey dabalatee biyyootiin hedduu talaallicha kennuu erga addaan kutani booda.

Itoophiyaa dabalatee biyyoonni Afrikaa hedduun talaallii kana gama sagantaa waliingahiinsa talaallii WHO 'Covax' jedhamu argatanii talaaluu eegalaniiru.

Itoophiyaan talaallii 'AstraZeneca' doozii miliyoona 2.2 argatte boru Sanbata irraa eegaltee kennuu akka eegaltu beeksifteetti.

06/04/2020

Qorannaa sa'aa 24 darbeetin namoota 150 irratti vaayrasiin koroonaa argamuun mirkanaa'e.
**********************************
Sa'aa 24 darbe keessatti qorannaan laabraatoorii 5,141 gaggeeffamuu ministirri Ministeera Fayyaa FDRI Dooktar Liyaa Taaddasaan beeksisaniiru.

Ityoophiyaatti waliigalaan qorannaa amma ammaatti gaggeeffame 125,570 namoota 1,636 irratti vaayrasiin koroonaa argameera.

Namoota 150 keessaa 94 dhiirota, 56 ammoo dubartoota.
Umriin isaanii waggaa 3 amma 72 ta'uu Dooktar Liyaan beeksisaniiru.

147 lammiilee Ityoophiyaa yoo ta'an, 3 lammiilee biyyoota alaati.

Qorannaa sa'aa 24n namoota vaayrasichi irratti argame keessaa 123 , 1 naannoo , 2 naannoo , 3 naannoo , 2 naannoo , 13 naannoo , 6 ammoo naannoo jedhaniiru.

Ityoophiyaatti waliigalaan qorannaa amma ammaatti gaggeeffame 125,570 namoota 1,636 irratti vaayrasiin koroonaa argameera.

Waliigalaan amma ammaatti Ityoophiyaatti namoonni 18 vaayrasichaan lubbuun isaanii yoo darbu, 250 ammoo dandamataniiru.

Tursa hordoffii yaala addaa keessa kan jiran 16.

june4,2020

 Ityoophiyaatti dabalataan namoota 142 irratti vaayrasiin koroonaa yoo argamu Namoonni 3 ammoo lubbuun darbaniiru.******...
06/03/2020



Ityoophiyaatti dabalataan namoota 142 irratti vaayrasiin koroonaa yoo argamu Namoonni 3 ammoo lubbuun darbaniiru.
*********************************
Qorannaa sa’aa 24 darbeetin namoota 142 irratti vaayrasiin koroonaa argamu Ministeerri Fayyaa beeksise.

Ministeerri Fayyaa FDRI akka beeksisetti sa’aa 24 darbe keessatti qorannaan laabraatoorii samuudaa 4,120 hojjetameera.

Vaayrasichi namoota 142 argamuu mirkanaa'era.

Namoonni 3 ammoo lubbuun darbaniiru.

Namoonni hunduu lammiilee Ityoophiyaa yoo ta’an,umuriin isaanii waggaa 7 hanga 78 ta’uu ministirri Ministeera Fayyaa FDRI Dooktar Liyaa Taaddasaan beeksisaniiru.

Koorniyaadhaan dhiiraa 84 fi dubartootaa 57

Namoonni 126 magaalaa . Namoonni 6 naannoo . Namoonni 1 naannoo . Namoonni 2 naannoo
Namoonni 7 naannoo ta’uu himameera.

June3,2020

 Ityoophiyaatti dabalataan namoota 87 irratti vaayrasiin koroonaa yoo argamu namni dabalataa   lubbun darbeera**********...
06/02/2020



Ityoophiyaatti dabalataan namoota 87 irratti vaayrasiin koroonaa yoo argamu namni dabalataa lubbun darbeera
*********************************
Qorannaa sa’aa 24 darbeetin namoota 87 irratti vaayrasiin koroonaa argamu Ministeerri Fayyaa beeksise.

Ministeerri Fayyaa FDRI akka beeksisetti sa’aa 24 darbe keessatti qorannaan laabraatoorii samuudaa 3932 hojjetameera.

Vaayrasichi namoota 87 argamuu mirkanaa'era.

Namoonni 28 seenaa imala biyya alaa qabu . Namoonni 18 namoota vaayrasichaan qabamaniin tuttuqqaa qabu. Namoonni 41 ammoo tuttuqqaas ta’e seenaa imala alaa kan hin qabnedha.

Namoonni 67 magaalaa .
Namoonni 2 naannoo .
Namoonni 7 naannoo .
Namni 1 naannoo .
Namoonni 4 naannoo .
Namoonni 6 naannoo ta’uu himameera.

Umuriin isaanii waggaa 10 hanga 70 ta’uu ministirri Ministeera Fayyaa FDRI Dooktar Liyaa Taaddasaan beeksisaniiru.

Namoonni hunduu lammiilee Ityoophiyati.

Waliigalaan Ityoophiyaatti namoonni vaayrasii koroonaatin qabaman 1344 ga’aniiru.

Haaluma kanaan Ityoophiyaatti namoonni vaayrasichaan lubbuu isaanii dhaban 14 ga’aniiru.

Namoonni haaraan 14 vaayrasicharra dandamataniiru.
Waliigalaan namnoonni 231 dandamataniiru.

Vaayrasichi Ityoophiyaatti argamuun ega ibsamee eegalee qorannaan samuudaa namoota 116,309 gaggeeffameera.

Sadarkaa naannoo sa’aa 24 darbe keessatti qorannaan laabraatoorii samuudaa 284 hojjetameen namoota 6 irratti vaayrasichi argamuun mirkanaa’eera.
Namoonni lama iddoo tursiisa keessaa.

Namoonni 4 ammoo konkolaachiftoota daanga biyyaa qaxxamuranidha.

Hanga ammaatti akka naannoo Oromiyaatti namoonni vaayrasii koroonaatin qabaman 84 ga’aniiru.

June2,2020

‼️ ‼️በኢትዮጵያ 87 ሰዎች የኮሮና ቫይረስ ሲገኝባቸው  *******************************በኢትዮጵያ ባለፉት 24 ሰዓት በተደረገ 3932 የላቦራቶሪ ምርመራ ተጨማሪ 87 ሰዎ...
06/02/2020

‼️ ‼️
በኢትዮጵያ 87 ሰዎች የኮሮና ቫይረስ ሲገኝባቸው
*******************************
በኢትዮጵያ ባለፉት 24 ሰዓት በተደረገ 3932 የላቦራቶሪ ምርመራ ተጨማሪ 87 ሰዎች የኮሮና ቫይረስ እንደተገኘባቸው የጤና ሚኒስትር ዶክተር ሊያ ታደሰ አስታወቁ።

በዚህም በሀገሪቱ እስካሁን ቫይረሱ የተገኘባቸው ሰዎች 1344 ደርሷል።

ትላንት ተጨማሪ 14 ሰዎች ያገገሙ ሲሆን እስካሁን 231 ሰዎች ከበሽታው ማገገማቸውን ሚኒስትሯ ገልጸዋል።

June2,2020

 Qorannaa sa'aa 24 darbeetin namoonni 85 vaayrasii koroonaatin yoo qabamuu namni dabalataa  'uu Ministeerri Fayyaa beeks...
06/01/2020



Qorannaa sa'aa 24 darbeetin namoonni 85 vaayrasii koroonaatin yoo qabamuu namni dabalataa 'uu Ministeerri Fayyaa beeksise.
************************ ****
Sa'aa 24 darbe keessatti qorannaan laabraatoorii samuudaa namoota 2926 hojjetameera.

Waliigalaan namoonni 1,257 Ityoophiyaatti vaayrasii koroonaatin qabamuu ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan beeksisaniiru.

Namoota qorannaa sa'aa 24tin vaayrasichaan qabamuun isaanii mirkanaa'e 85 keessaa 51 dhiira, 34 ammoo dubartoota.

Umriin isaaniis baatii 1 hanga waggaa 65 akka ta'an ministeerichi beeksiseera.

-72 magaalaa ,
-4 naannoo ,
-5 naannoo ,
-1 naannoo fi
-3 ammoo naannoo Somaaletiiyi jedhameera.

Hundi isaanii lammiilee Ityoophiyaa yoo ta'an, 19 seenaa imala biyya alaa kan qaban, 18 tuttuqqii kan qaban, 48 ammoo seenaa imala alaas ta'e tuttuqqii qabaachuun isaanii ifatti kan hin beekamnedha.

Namni wallaansa addaa keessa ture 1 kaleessa lubbuun isaa kan darbe yoo ta'u, waliigalaan amma ammaatti Ityoophiyaatti namoonni 12 vaayrasichaan lubbuu isaanii dhabaniiru.

Kaleessa namoonni 8 dandamataniiru.

Waliigalaan namoonni 217 dandamachuu ministeerichi beeksiseera.

Amma ammaattis waliigalaan qorannaan laabraatoorii 112,377 hojjetameera.

June,1,2020
Oromia news agency

Address

Ethiopia
Minneapolis, MN

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromia News Agency posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share