Nasiro tube

Nasiro tube PLEASE FOLLOW ME
koo naaf godhaa. https://www.facebook.com/nasiroberiso12

02/11/2026

Belongs to Ethiopia.
All Nations of the Country Must Fight Determinedly to Regain Asabi.☝️
Nasiro Beriso NB

02/11/2026

#አሳብ የኢትዮጵያ ነው።
አሳቢን መልሶ ለማግኘት የአገሪቱ ሁሉም ብሔሮች በቁርጠኝነት መታገል አለባቸው።☝️
Nasiro Beriso NB

02/11/2026

Kan Itoophiyaati.
Asabiin Deeffachuuf Saboonni Biyyattii hundi Kutanoon Falmatee Deeffachuuf Ka'uu Qaba
Nasiro Beriso NB

02/11/2026

KAN ITOOPHIYAATI.
ASABIIN DEEFFACHUUF SABOONNI BIYYATTII KUTANOON FALMATEE DEEFACHUUF KA'UU QABA.☝️

With Habtamu Lamu – I'm on a streak! I've been a top fan for 12 months in a row. 🎉
02/10/2026

With Habtamu Lamu – I'm on a streak! I've been a top fan for 12 months in a row. 🎉

01/27/2026

Dogoggora koo nama biraatti osoo hin taane Anumatti himi Sababni isaa Dogoggora koo kan sirreessuu danda'u nama biraa osoo hin taane anuma waan ta'eef jechuu kooti!!!

Kanaaf nan Hamatin! ❤❤️🎋
Hordoftoota Miidiyaa hawaasa Koo Link kanaa gadiitiin Miidiyaa hawaasa Koo Argachuu ni dandeessu. Nu hordofuun Naaf godhaa.
Facebook:- https://www.facebook.com/nasiroberiso12
TikTok:-https://www.tiktok.com/?_r=1&_t=ZM-92KYwZXgim8
Instagram:-https://www.instagram.com/nasiro_beriso?igsh=b281YThkMG12bDFo
Twitter :-https://x.com/Nasiro_beriso
Youtube:-

01/27/2026

Dogoggora koo nama biraatti osoo hin taane Anumatti himi Sababni isaa Dogoggora koo kan sirreessuu danda'u nama biraa osoo hin taane anuma waan ta'eef jechuu kooti!!!

Kanaaf nan Hamatin! ❤❤️🎋
⇣⇣Hordoftoota Miidiyaa hawaasa Koo Link kanaa gadiitiin Miidiyaa hawaasa Koo Argachuu ni dandeessu. Nu hordofuun Naaf godhaa.
Facebook:- https://www.facebook.com/nasiroberiso12
TikTok:-https://www.tiktok.com/?_r=1&_t=ZM-92KYwZXgim8
Instagram:-https://www.instagram.com/nasiro_beriso?igsh=b281YThkMG12bDFo
Twitter :-https://x.com/Nasiro_beriso
Youtube:-

01/19/2026

Sagaltama kaadhee
Sagaltama Ciisaa
Kumaatama aaree
Kumaatama dhiisaa
Jireenyi Dachiidhaa
Tolus bu'aa hin qabu
Eeyyen ni gammada
Hiree kootti hin gabbu
Gariin mucucaatee
Kufee lafa ciisa
Gariin Abdii kutee
Galma kaa'ee dhiisa
Jireenyi carraadha
Kennaa rabbi biraa
Gaddee maalan fida
Amma irraa kaasee
Ani gammachuun jira.
PLEASE FOLLOW ME
https://www.facebook.com/nasiroberiso12

01/19/2026

Address

Minneapolis, MN
1000

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Nasiro tube posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share