Oromoo fi Oromiyaa

Oromoo fi Oromiyaa TOKKUMMAAN HUMNA

08/11/2024

በፓሪስ 2024 ኦሎምፒክ ጀግናው አትሌት ታምራት ቶላ በማራቶን ውድድር ላይ ወርቅ በማግኘት ሰንደቅ አላማችንን በድጋሚ ከፍ አድርጓል።
እንኳን ደስ አላችሁ!

Olompikii Paariis 2024 irratti Atileetiin keenya gootichi Taammiraat Tolaa dorgommii maaraatooniitiin injifatee warqee argachuudhaan alaabaa keenya ammas olkaasee mul'iseera.
Baga gammaddani!

At the Paris 2024 Olympics, heroic athlete Tamirat Tola raised our flag once again by winning gold in the marathon.
Congratulations!

  fayyaan isaa fooyya'ee hospitaala keessaa bahuun gara mana isaatti galuun gammachuu guddaadha. Adeeroo keenya rabbiin ...
01/21/2022

fayyaan isaa fooyya'ee hospitaala keessaa bahuun gara mana isaatti galuun gammachuu guddaadha. Adeeroo keenya rabbiin guddaan fayyaa taliila siif kennee umrii dheertuu si haa jiraachisu. Oolmaa ati Oromoof oolte kitaaba meeqanuu barreessinee hin xumurru. Rabbiin umrii nuuf haa dheeressu.

12/31/2021

!
Barri as deemu kun bara ifti dukkana itti mo’atu nuuf haata’u!
Ayyaana Gaarii!

The light created by the rocket shines winning the strong dark background and creating a very beautiful sight as can be seen on the image!
In the year ahead, let our life gets a shining light that wins all our darkness! The darkness out of ignorance, out of hate, out of selfishness, and out of all kinds of evilness!
Happy New Year!

-OROMOOn-har’a-FIRA-tokko-dhabe:-Warra Oromoorraa dhalatee, ‘ilmaan Oromooti’ jedhaman caalaa haadhaa fi abbaadhan Eerti...
12/25/2021

-OROMOOn-har’a-FIRA-tokko-dhabe:-Warra Oromoorraa dhalatee, ‘ilmaan Oromooti’ jedhaman caalaa haadhaa fi abbaadhan Eertiraanotarraa Bishooftutti dhalatanii Oromoof kan jiraatan….

-Bara isaanii keessatti haqa uummata Oromoo wajjin kan dhaabbatan, gaarummaa fi qaroomummaa Oromoo, cunqursaa fi hacuuccaa Oromoorra ga’e akkasumas haalluu eenyummaa uummata Oromoo alagaan cilee dibe saaxilanii isa dhugaa addunyaaf kan muul’isan…

-Gaazexeessaa fi barreessan Tasfaayee Gabra’aab du’aan boqachuu isaanii yeroon dhaga’u gadda guddaatu natti dhagaa’ame! Namni kuni warra Oromoorraa dhalatan’ tokko tokkorra Oromoodha. Oromoodhaf qabsaa’adha, seenadha! Uummata Oromoo biraa seenaa kabajaa fi jaalalaa guddaa qabu!.

-Har’a Tasfaayee kan dhabe maatii isaa qofa osoo hintaane, uummata Oromoo mara jechuun ni dandaa’ama. Tasfaayen fira Oromooti. Isa dhabuu keenyaf hedduu gaddina. Oolmaa inni nuu oolef seenan bara baraan isa yaadata. Rabbi warra jannataa isaan haa godhu jechaa deeggartoota, firootaa fi maatii isaa maraaf jajjabinni haata’u! rip🥲

Address

W Fair Drive
Minneapolis, MN
00000

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromoo fi Oromiyaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category