06/07/2026
Gareen Kubbaa Miilaa FC Shaampiyoonaa Liigii umurii 17 gadii ta'e.
Oromia Stars Wax 07/2026
Gareen kubbaa Miillaa Wallaga FC tapha Liigii 1ffaa Adaamaatti taphatameen garee kilaba kubbaa Miillaa injifachuudhaan Waancaa Bara kanaa kan umurii ganna 17 gadii fudhachuu danda'eera.
Yeroo Idileen galchii 1-1'n goolabamuu hordofee rukuttaa adabbii adda baastuu Shan Shan kan kennameef yoo ta'u Gareen Kubbaa Miilaa Fc 4-2'n Instuutii Akkaadaamii Tulluu iniifachuun Shaampiyoona ta'e.
Gada M Gari hundeessaa Kilaba Wallagga FC💪
Wallaga FC Oromia 1'st League