Hawi - Anole

Hawi - Anole A Place Where Empowerment Matters! Serving the Peace Efforts in the Horn of Africa Region!

Thank you OSFNA
12/14/2025

Thank you OSFNA

OSFNA stands firmly in solidarity with the Somali American community. We reject hate, dehumanization, and division, and affirm dignity, respect, and shared humanity for all. 🙏

12/07/2025

Dubbiin Lammaaf Abiy araaramanii jiru Lammaan biyyatti galuuf waliigalteerra gahameera jettu sun KIJIBA ADIIDHA📌

Kanuma
Keenyas Oluma

A Powerful Note for History Book📌 KanumaKeenyas Oluma
12/06/2025

A Powerful Note for History Book📌

Kanuma
Keenyas Oluma

Himatamaa - Taayyee Danda’aaHimataa - Abiy Ahmad Alii Abbaa Murtii - Abbaa Murtii Abiy Ahmad Alii Yakka  - Paartii Badha...
12/05/2025

Himatamaa - Taayyee Danda’aa

Himataa - Abiy Ahmad Alii

Abbaa Murtii - Abbaa Murtii Abiy Ahmad Alii

Yakka

- Paartii Badhaadhinaa Abiy caala faarsuu
- Dhaaba Isaatif abukaattoo tahuu
- Yakka Aangawoota Oromiyaa Saaxiluu
- Nagaha Lallabuu,
- Araara Tumsuu,
- Malaammaltummaa Faccisuu,
- Jaalala Ummataa Horachuu

Ragaa Namaa

1. Abiy Ahmad Alii
2. Abiy Ahmad Alii
3. Abiy Ahmad Alii

Ragaa dabalataa

- Qawwee Akka Aangawaatti Ittiin Of Tiksi Jedhamee
Kennameef

Murtee Abbaa Murtii Abiy Ahmad Alii

- Waggaa 7

Murtee Rabbii

- Kan Bullee Arginu Taha📌
…..

An homaa hin jedhu ~ Nama Isinirraa Nyaatee Guyyaa Adiin Isin Nyaatu Rabbi Isinirraa Haa Qabu!

Kanuma
Keenyas Oluma

12/03/2025

By the way Paartiin maallaqa dargaggootaa kennanii ijaaran tokko maalirra gayee?

Maallaqa isinii kennina, filannoorratti hirmaattanii nu waliin dorgomtu, yoo mootan aangoo argattu jedhanii ijaaraa akka turan nan yaadadha☺️

Keessa beektota mee nuuf himaa:)

Kanuma
Keenyas Oluma

11/30/2025

ኢትዮጵያ😆

ሰግጪ ብሎ የሚያነቃቃት የሚሸለምባት ድንቅ ሀገር😆

Qiyaaman Dhiyaatatuma Jirti📌

Ofumaa of faarsuun kun hoo maaluma😆😆😆😆 Osoma jennuu ~ Yaa Ogeessa Seeraa keenya eddoofi gaheeen hojii keetii maaliyyuu? ...
11/30/2025

Ofumaa of faarsuun kun hoo maaluma😆😆😆😆

Osoma jennuu ~ Yaa Ogeessa Seeraa keenya eddoofi gaheeen hojii keetii maaliyyuu? Abbaa Murtii / Abbaa Alangaa eessati?

Maalumaafuu Umrii Kanaan Sheemidha!

Moo namni nan beeku jetteeti?😆😆😆

Kanuma

11/29/2025

በሰላማዊ መንገድ ስለታገላቸው ብቻ በቴ ኡርጌሳን ሁለት እጁን አስሮ በአሰቃቂ ሁኔታ ገድሎ ሬሳውን ለጅብ ጥሎ የሄደን ስርዓት መከላከል ግን አይከብዳቸውም እንዴ?

Bar waanuma na dhibuufan gaafadhaa🧐

Kanuma
Keenyas Oluma

11/29/2025

አብይ አልጀዚራ ላይ መች ነው መጥቶ ብልፅግናን የሚያብራራልን🙂

Kanuma
Keenyas Oluma

Address

New York, NY

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hawi - Anole posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Hawi - Anole:

Share