Ilyas Hamid

Ilyas Hamid Ilyas Hamid official pag

Hujii jalqanee jirra keessodhaan nudubbisaaHin sirbinas hin sirbisiifnas.😏
09/20/2026

Hujii jalqanee jirra keessodhaan nudubbisaa
Hin sirbinas hin sirbisiifnas.😏

09/16/2026

Oromota Minnisoota!

Hawaasni Oromo Mennisota Sagantaa Yaadannoo Artist ILFINESH QANNOO Galma Hawaasa oromo titti bifa miidhagaan geeggeessan...
09/14/2026

Hawaasni Oromo Mennisota Sagantaa Yaadannoo Artist ILFINESH QANNOO Galma Hawaasa oromo titti bifa miidhagaan geeggeessanii jiru!

Sagantaa gootiittii oromo qabsooftuu mirga dhala namaa Addee ILFINESH QANNOO kana irraatti hayyoonni hedduun hasaya taasisanii jiran.

Akka hayyoonni hasaya tasisan jedhanitti
Oromoon yeroo namni isaaa du’e qofa waliif booyuu duwwaa otoo hin ta’in osoo lubbudhaan jirruu wal jabeefachuu akkaa qabanii fi tokkummaa oromoo cimsachuu akka qaban dhaamanii jiran.

Suuraan kun hedduu takka nagammachiiseKun hawwii ummata oromoo baroota dheeraatiOsoo mortuun mortuu kan horu hora jedham...
09/12/2026

Suuraan kun hedduu takka nagammachiise
Kun hawwii ummata oromoo baroota dheeraati
Osoo mortuun mortuu kan horu hora jedhamaami ree
Yoo rabbi umrii nudheeresse of duratti waan hedduu arguuf jirra.

Jiratonni mennisotaa fi naannoo eshee guyyaa yadannoo gotittii oromoo ILFINESH OANNOO kan galma hawaasa oomo mennisotaa ...
09/11/2026

Jiratonni mennisotaa fi naannoo eshee guyyaa yadannoo gotittii oromoo ILFINESH OANNOO kan galma hawaasa oomo mennisotaa titti qophaye irraa Akka hin hafne kabajaan isin gaaafanna!

Oromiyaa Biyya koo😍
09/10/2026

Oromiyaa Biyya koo😍

Simannaa Reeffa  qabsooftuu oromoo fi kudhaama aartii Oromoo Artiisti Ilfinash Qannoo Magaalaa Ambootti suuraan!
09/08/2026

Simannaa Reeffa qabsooftuu oromoo fi kudhaama aartii Oromoo Artiisti Ilfinash Qannoo Magaalaa Ambootti suuraan!

09/05/2026

Jala Bultii Ayyaana IRREECHAA 2026: MINNESOTA
Teessoon Powderhorn Park 3400-15** Ave S, Minneapolis, MN 55407 SATURDAY SEPTEMBER 19 12PM -6 PM.

Address


Saint Paul, MN

Telephone

(763)3471680

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ilyas Hamid posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Ilyas Hamid:

Shortcuts

Share

Category