Badhaadhina Media Network

Badhaadhina Media Network Peace, Justice and freedom

Permanently closed.
09/08/2025
Dhugaa Media galatoomaa!
09/08/2025

Dhugaa Media galatoomaa!

Marii Dhimmoota Ibsa Ejjannoo Paartii Badhaadhinaa, Haala Diinagdee fi Ijaarsa Hawaasaa irratti Ogeeyyii WaliinπŸŽ™οΈ New to streaming or looking to level up? C...

08/08/2025

Ameerikaan baasa fidde. Nama pireezidaantii Veenzuweelawuun naaf qabe beesee doolara miliyoona 50 kennaaf jetti.

Ameerikaan pireezidaantii Veenzuwelawuun kurkursitee barbaada jirti. Namni ilatti isin bu'e magannee naaf iyya'aa jetti.

Aka wotoo faa yoo argitanee qabdanee doolara miliyoona 50 isiniif kenna jetteerti.

Sababni Ameerikaan isa barbaadduuf pireezidaantiin sun kibba Ameerikaa keessatti qorichoota sammuu namaa hadoochanu dhossa'aan daldalata jetteerti.

Namni argee iyya'eef beesee asiin olitti maqaan dhawame san kiisa galfata jedhameera.

Dhugaa Media
Gaaddisa dhugaa!

03/08/2025
02/08/2025
α‹αŠ– αŠ₯αŠ•α‹° αŒ₯αŠ•α‰Έαˆ αŠ₯α‹¨αŽαŠ¨αˆ¨α‰£α‰΅ αŒ£αŠ“αŠαˆ½ αŠ₯αŠ•α‹° ኀሊ α‰°αŒ‰α‹› α‹αˆα‰§ αŠ₯ሽ αˆ³α‹­α‰£αˆ α‰£αˆ…αˆ­α‹³αˆ­ αŒˆα‰£α‰½α’
02/08/2025

α‹αŠ– αŠ₯αŠ•α‹° αŒ₯αŠ•α‰Έαˆ αŠ₯α‹¨αŽαŠ¨αˆ¨α‰£α‰΅ αŒ£αŠ“αŠαˆ½ αŠ₯αŠ•α‹° ኀሊ α‰°αŒ‰α‹› α‹αˆα‰§ αŠ₯ሽ αˆ³α‹­α‰£αˆ α‰£αˆ…αˆ­α‹³αˆ­ αŒˆα‰£α‰½α’

"Oduu Muudamaa Gamtaa Afriikaa ‼️==========================Dr Girmaa Amantee Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii fi  dhaab...
02/08/2025

"Oduu Muudamaa Gamtaa Afriikaa ‼️
==========================
Dr Girmaa Amantee Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii fi dhaabbata Daldalaa Mootummoota Gamtoomanii Jenevaa Swiizerlandiiti,Bakka Bu’aa Guutuu Gamtaa Afriikaan ta’uun AU’n Muudamaniiru ‼️

Dr Girmaa Amantee Minisira Ministeera Qonnaa Itoophiyaa,Pirezdaantii Yunivarsitii Haromaayaa duranii fi Walittiqabaa boordii Korporeshinii hojiiwwan Qonnaa Itoophiyaa fi BMNO tti hoogganaa Biiroolee gara garaa ta’uun biyya isaanii tajaajilaniiru.
Bara hojii gaarii isiniif haa ta’u πŸ™"

Demeke Negassa Kube

Address

Addis Ababa

Telephone

+251913141163

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Badhaadhina Media Network posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Badhaadhina Media Network:

Share