Dambi Dollo Institute college

Dambi Dollo Institute college Oromia region main compus

‎Labsii Haaraa: Gibira (Income Tax) Irratti‎‎Duris, namni mindaan isaa Qarshii 600 gadi hin jiru ture. Ammas, namni mind...
12/07/2025

‎Labsii Haaraa: Gibira (Income Tax) Irratti

‎Duris, namni mindaan isaa Qarshii 600 gadi hin jiru ture. Ammas, namni mindaan isaa Qarshii 2,000 gadi hin jiru.
‎Kana jechuun: namni mindaa mootummaa qabu kan gibira irraa bilisa ta’u hin jiru jechuudha, practically.

‎Tole,
‎Mee sirna gibiraa durii waliin wal bira qabnee yoo ilaallu:

‎- Hojjettoota mootummaatti gibirri itti dabalame moo irraa hir’ate?

‎Akka iskeelii mindaa hojjettoota mootummaa mul’isutti:
‎Mindaa xiqqoon = Qarshii 4,760

‎Namni mindaan isaa Qarshii 4,760 ta’e kuni, duraan gibira meeqa kaffalaa ture?
‎Labsii haaraa kanaan hoo meeqa kaffaluuf deema? Haa ilaallugaa:

‎✅ Dur:

‎Akka sirna duraanitti, namni mindaan isaa 4,760 ta’e, sadarkaa gibiraa tarree 4ffaa keessa gala — %20 jechuudha. Garuu kan duriirra waan jedhamu jira ture.

‎Akka fakkeenya kanaatti: %20 hir’isuu qarshii 302.50 hir’ifama. jechuun:

‎Yeroo shallagamu:

‎Gibira = (4,760 × 20%) - 302.50
‎ = 952 - 302.50
‎ = 649.50

‎Kana jechuun namni mindaan isaa 4,760 ta’e gibira qarshii 649.50 kaffalaa ture (soorama malee).

‎✅ Amma:

‎Amma garuu namni qarshii 4,760 argatu, tarree gibiraa 3ffaa keessa gala. Kana jechuun ammallee %20 irratti shallagama.

‎Garuu kan nam aarsu akka labsii haaraatti “deduction” natti mul’ataa hin jiru. isinitti muul'ataa jiraa? Hin jiru jechuudha.

Akkana taanan,

‎Gibira = 4,760 × 20%
‎ = 952

‎Kana jechuun, sichi namni mindaan isaa 4,760 ta’e amma gibira qarshii 952 kaffala jechuudha.

‎- Irratti Dabalame Moo Irraa Hir’ate?

‎Mee ilaali!

‎Duraan gibira qarshii 649.50 kaffalaa ture, amma ammoo qarshii 952 kaffaluuf deema.

Dhaloota borif abdannuQABXII AJAAYIBAA!💥Mucayyoo xiqqoo, waggaa 13 intala Oromootiin akka magaalaa FINFINNEETTI shamarra...
26/06/2025

Dhaloota borif abdannu
QABXII AJAAYIBAA!💥
Mucayyoo xiqqoo, waggaa 13 intala Oromootiin akka magaalaa FINFINNEETTI shamarran keessaa 1ffaa, akka waliigala dhiirota duukaa 2ffaa qabxii galmeessitedha.
AVERAGE=95.83
PERCENTILE=99.9%

Keessattuu gosoota qoramte keessaa HERREGA=100/100 Akkasumas, LAMUMMAA 100/100 fidde.❣️

QABXII AJAAYIBAA💥
->Akka magaalaa Finfinneetti, qabxii ajaayibaa karaa shamarraniin galmaa'e barattuu xiqqoo kanaani.

Kutaa 8ffaa bara kanaa kan 2017/2025, qabxii Giddu-Galeessaa 95.83 fi Parsaantaayilii 99.9% fiduudhaan akka magaalaa Finfinneetti, shamarraniin 1ffaa, dhiirota duukaa madaalamtee ammoo 2ffaarra jirti.

Mucayyoo Oromoo, 'Kabale Liben Arero' jedhamtuun, sanuu kan warra keenyaa horsiise bultootaati; ijoollee xixinnoon akkasii kunneen umrii kanaan qaxalee taatee yoo argamtu hedduu haamilee maatii fi biyyatti hora.

->Nifaas Silkii Laaftoo irraa, MANA BARUMSA STANFORD ADDIS irraa qabxii ajaayibaa kana galmeessuu dandeesseetti.

Abdinaol Abera Eyasu

Hatattamaan Waliif Qoodaa!= = = = = = =Carraan hojii muuxannoo 0 kun akka sin hin dabarre dafaa   waliif gochuun waliif ...
24/06/2025

Hatattamaan Waliif Qoodaa!
= = = = = = =
Carraan hojii muuxannoo 0 kun akka sin hin dabarre dafaa waliif gochuun waliif qooda!

➡️ Muuxannoon zeeroodhaan👇
➡️ Godinaalee irraa namoota 1013
➡️ Magaalota irraa namoota 263
➡️ Walumaagatti namoota 1276
➡️ Sadarkaa barnootaa Digirii jalqabaa
➡️ Qabxii 2:00 fi isaa ol kan qabu/qabdu

Beeksisa hojii kana komishiniin Gumurka Federaalaatu baasee carraa jiru godinaaleefi magaalotaaf kenne. Beeksisichi har'a waan ba'eef dafaa galmaa'aa!








#

In compliance with the examination protocol, the national exit exam at Dambi Dollo University commenced today.
09/06/2025

In compliance with the examination protocol, the national exit exam at Dambi Dollo University commenced today.

Guyyaan tokko ni dhufa Siidaa yaadannoo Amanuel ykn Eebbisa ni barbaanna akkasitti Magaala keenya keessatti.
08/06/2025

Guyyaan tokko ni dhufa Siidaa yaadannoo Amanuel ykn Eebbisa ni barbaanna akkasitti Magaala keenya keessatti.

Urjii Lixaa
07/06/2025

Urjii Lixaa

NoticeTo all applicants who are sitting the exit examBeeksisa Barattoota Qormaata Ba'iinsa Yuunivarsiitii (Exit Exam) Fu...
07/06/2025

Notice
To all applicants who are sitting the exit exam

Beeksisa
Barattoota Qormaata Ba'iinsa Yuunivarsiitii (Exit Exam) Fudhattan Hundaaf.

Vacancy Announcement
05/06/2025

Vacancy Announcement

Magaala keessan kana eenyutu beekaa.
03/06/2025

Magaala keessan kana eenyutu beekaa.

Wow PSG 😳 what a team! What a manager👏👏👌Jarri lubbuun galuunuu waan tokko🙈
31/05/2025

Wow PSG 😳 what a team! What a manager👏👏👌

Jarri lubbuun galuunuu waan tokko🙈

12/05/2025
07/05/2025

Hojii kalaqa hawaasa keenya bu'a qabeessa gochu danda'an baadiyyaaf magaalatti.

Address

Addis Ababa

Opening Hours

09:00 - 17:00

Telephone

+251912188973

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dambi Dollo Institute college posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Dambi Dollo Institute college:

Share