
21/11/2022
Photos from Saudi Arabia Oromo Community SAOC's post
Google
Operating as usual
Photos from Saudi Arabia Oromo Community SAOC's post
Aayaan qur’aanaa guyyaa har’aa tapha kubbaa addunyaatiin baname midiyaa walquunnamtii hawaasaa waan dhuinfate fakkaata
Jecha Rabbii keessaa bakkifilatame hedduu waan nama hawatuudha
" yaa Ilmaan namaa dhugumaan dhiiraafii Dubartiirraa Isin uumne. Akka wal beytaniif Gosaafii sanyii adda addaa isin goone.
Isin keessaa erra Caalaan Namaa namaa akkan sodaa Rabbii qabuudha. Rabbiin kan waan mul’atuufi waan dhokate keessa beekuudha “suurah hujuraat L.ko 49:13)
Wanni jedhames bakki itti jedhames Waan Ajaaibaati
«እናንተ ሰዎች ሆይ! እኛ ከወንድና ከሴት ፈጠርናችሁ፡፡ እንድትተዋወቁም ጎሳዎችና ነገዶች አደረግናችሁ፡፡ ከእናንተ አላህ ዘንድ በላጫችሁ በጣም አላህን ፈሪያችሁ ነው፡፡ አላህ ግልጽን ዐዋቂ ውስጥንም ዐዋቂ ነው፡፡»
(ቁርኣን 49:13)
{ یَـٰۤأَیُّهَا ٱلنَّاسُ إِنَّا خَلَقۡنَـٰكُم مِّن ذَكَرࣲ وَأُنثَىٰ وَجَعَلۡنَـٰكُمۡ شُعُوبࣰا
وَقَبَاۤىِٕلَ لِتَعَارَفُوۤا۟ۚ إِنَّ أَكۡرَمَكُمۡ عِندَ ٱللَّهِ أَتۡقَىٰكُمۡۚ إِنَّ ٱللَّهَ عَلِیمٌ خَبِیرࣱ }
[
Surah Al-Hujurât: 13]
Photos from Raayyaa Abbaamacca's post
Photos from Raayyaa Abbaamacca's post
▪️LAMMIITU LAMMIIF BIRMANNAA dhaadannoo Jedhuun,Koreen qindeessituu hawaasa Oromoo biyya Qaxar, Dohaa keessa jiraatan namoota muraasa tahan irraa deeggarsa walitti qabuudhaan
Ummata keenya oromiyaa naannoo adda addaatti sababa hongeefii buqqaatiidhaaf saaxilamaniif karaa DHAABATA GARGAARSA EGEREEFiin birrii Miliyoona tokkoofii kuma dhibba tokkoofii birrii kuma jahaafi dhibba sadi (1,106,300:00)gumaachanii jiru!
Hawaasni keenna biyya Qaxar Dohaa hedduu galatoomaa ulfaadhaa dagaagaa horaa bulaa!
Akkuma Rakkataa keessan gammachiiftanitti Rabbiin Addunyaafii Aakhiraa isin hagammachiisu. Amiiin
lmaan Oromoo *Kuwait Jiraatan* keessaa muraasni garee Gaaddisa Maccaa fi Tuulamaa jalatti walitti dhufuun Uummataa Oromoo Wallaggaa qe'ee fi qabeenya isaanii irraa
buqqa'aniif deeggarsa qarshii 151,752 *(kuma dhibba tokkoof kuma shantami tokkoof dhibba torbaaf shantami lama)* karaa Raayyaa abbaa maccaa ergameera.
Inailyi wa iniley rajiun akamiti namnii hadha. Mana ofi ajesa rabin ramata sifa ha godhu obletii tenya 😭😭😭 akamitii garan sidande Shurrubbee ??😭😭😭
Congratulations Yeroo Jalqabaatiif Ethiopian Dubartii muslimaa Xiyyaara Balaliiste ..❤️‼️
Dubreen Oromoo Tun Maqaan Isii Muna Adem Jedhamti. Dhaloonni Ishee Goodina Harargee Bahaa Aana Gursumiidha. Seenaa Biyya Kana Keessatti Dubartii Yeroo Jalqabaatiif Ethiopian Airlines Keessatti Xiyyaara Balaliiste Tahuun seenaa Galmeessite Jirti..‼️
Ya gara jabenya ilma nama 😭
😭
Daa’imman guyyaa har’aa Magaalaa Finfinnee bulchiinsa Lammii Kuraa bakka addaa boolee arraabsaatti hojjettuu manaatiin ajje*faman🥲
Haatiif Abbaan daa’imman kanaa hojjettoota mana baankiiti.
Harmeen daa’imman kanaa yeroo iddoo hojiituu dhuftu ilmaan ishee kana fayyaa osoo hin taane reenfa isaanii argatte. Hojjettuun sunis yakkicha akkuma raawwatteen harka ishee poolisiitti kennattee jirti. harkuma maaliitu garaa jabaatee kana godheef laata garuu?
dhimmicha poolisiin qulqulleessaa jira adabbii akkamii manni murtii akka adabu walumaan ilaalla.
Baddeessaa Irraa Hanga G/H/L/A/Hawwii guddinaatti
Photos from Abdurahman Hussen's post
Wali an dhuga artistonii kuni laman obleyan nati fakata
As wr wb akamii jirtu umata qashtii 💝
Photos from Abdurahman Hussen's post
Photos from Leta Kenei Aga's post
Xorinatii
Osoo Garaan Addaan Nama Hin Baasin Karaan Addaan Nama Baasa 🤫
Photos from Saudi Arabia Oromo Community SAOC's post
Photos from Abdurahman Hussen's post
Ya rabii ngy nufa galchi
Masha alh 💝☝
Photos from Hamzaa Lenca Islaamaa's post
Masha alh
Photos from Abdi Getachew Abebe's post
Photos from Raayyaa Abbaamacca's post
Alamdulily 🤲🤲
Mee takkittima Rabbiin Islaamummaa jalatti shanyii adda addaa biyya adda addaarraa walitti qabee obboleeyyan nu godhee walitti nu fide khana laallee siyaasaaf jannee wal nyaachuu haa dhiifnu. Mee laalaa hangam takka Islaamummaan nu boonsitee mataa nu ol qabachiifti? Alhamdulillah kun qananii Rabbiiti.
Oduu Gammachuu! Yeroo duraatiif dorgommii hifzii Qur'aanaa sadarkaa addunyaatti biyya teenyatti gaggeeffamuufi, Jijjiiramni akkanaa kun itti haa fufu. Namoonni carraa achitti argamuu arkattan irratti hirmaadhaa!
GALATOOMAA: Europe
Be the first to know and let us send you an email when ALII HD posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.