ALII HD

ALII HD ❤️لا إله إلا الله محمد رسول الله
صلى الله عليه وسلم ﷺ✍️🥰

05/02/2025

🌴Ilma Qur’aanaan asheetu
RABBIIN isin haa badhaasu 🌴🌴

Suura filtama guya hardha               Shek Amin Ibro 🫡
12/11/2023

Suura filtama guya hardha







Shek Amin Ibro 🫡

12/11/2023
11/11/2023

በሁለትዮሽ ስብሰባ ከክቡር የሳዑዲ ልዑል መሃመድ ቢን ሳልማን ቢን አብዱልአዚዝ ጋር ዛሬ ከሰዓት በኋላ በመወያየታችን ደስታ ተሰምቶኛል። በውይይታችን የኢትዮጵያን የልማት እና የኢኮኖሚ ሪፎርም ብሎም በቀጠናው እየተጫወተች ያለችውን ሚና ጨምሮ የሁለትዮሽ እና ቀጠናዊ ጉዳዮችን አንስተናል።

ሁለቱ ሀገሮቻችን በትብብር ልንሰራባቸው የምንችል ብዙ ስትራቴጂያዊ ፍላጎቶች አሉን። ከዚህ አኳያ የጋራ የሚኒስትሮች ኮሚቴ ለማቋቋም፣ በሳዑዲ ወገንም የዕዳ አከፋፈልን ሁኔታ በማሻሻል፣ በኃይል አቅርቦት ትብብር ብሎም በልማት ፋይናንስ የኢትዮዽያን የማክሮ ኢኮኖሚ ሪፎርም እንድትደግፍ መግባባት ላይ ተደርሷል።

Har'a waaree booda Ilma Mootii Saawudii Kabajamaa Mohaammad Biin Salmaan Biin Abdulaziiz waliin walgahii teenyeen riifoormii misoomaafi dinagdee Itoophiyaa dabalatee dhimmoota garlameefi naannawaa irratti akkasumas gahee Itoophiyaan naannichatti bahaa jirtu ilaalchisee marii'achuu keenyatti gammadeera.

Fedhiiwwan tarsiimoo biyyoonni keenya lachan walta'insaan irratti hojjechuu dandeenyu hedduu qabna. Gama kanaan koree waloo ministrootaa hundeesssuuf, gama Saawudiitiin immoo haala kanfaltii liqii fooyyessuu, walta'insa anniisaa, maallaqa misoomaafi invastimentiidhaan riifoormii dinagdee maakiroo akka deeggartu walihubannoorra geenyeerra.

Pleased to meet with His Royal Highness Prince Mohammed bin Salman bin Abdulaziz in a bilateral meeting this afternoon where we discussed bilateral and regional matters including Ethiopia’s development and economic reforms as well as the role played by Ethiopia in the region. Our two countries have many strategic interests to cooperate on and to this end we have reached an understanding to establish a high level joint ministerial committee; for Saudi support on Ethiopia’s macroeconomic reforms through debt restructuring; energy cooperation and development finance and investments.

11/11/2023

Address


Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when ALII HD posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

  • Address
  • Alerts
  • Claim ownership or report listing
  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share