NEVER GIVE UP

NEVER GIVE UP OROMO FIRST

11/29/2025
03/26/2025
Dhugaa dhiigaaf LafeeHedduu na marartaSuman yaada rafeeNa dura marmaartaHin hafu dhugaan keeBiyyoon awwaalameeNi baha gu...
08/09/2022

Dhugaa dhiigaaf Lafee
Hedduu na mararta
Suman yaada rafee
Na dura marmaarta

Hin hafu dhugaan kee
Biyyoon awwaalamee
Ni baha gumaan kee
Galmeen ilaalamee

Qaroo koodha ati
Qara laphee kiyyaa
Hacee goota sabaa
Hacee ilma biyyaa !
Dhugaa kee yoon yaadu
Halkan ta'us guyyaa
Callisuu hin danda'uu
Yeroo hundaa Nan iyyaa !!

01/25/2022

01/24/2022

Har'a ho essa jirta yaa nama ?

Jirra jirra jirra jirra  Jirra bullee barii arguuf
01/09/2022

Jirra jirra jirra jirra
Jirra bullee barii arguuf

Address

Walloon Lake, MI

Telephone

+251920686858

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when NEVER GIVE UP posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to NEVER GIVE UP:

Share