Jirra Media

Jirra Media Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Jirra Media, Digital creator, .

Kaayyoo Jirraa Media
Jirra median kan hundeeffameef, uummata Oromoof, akkasumas sabaa fi sab-lammii biyyoota addunyaa irra jiran hundaaf, odeeffannoo wayitaawaa fi dhugaa qabatamaan tamsaasudhaaf.

28/09/2024

Ajajaan WBO Zoonii Giddugalaa duraaniifi miseensa koree Hojiraawwachiiftuu waraanichaa kan ta'an Sanyii Nagaasaa ''ABO-WBO dhaaba nam-tokkee seeraafi heera hin qabne'' jechuun qaama kana waliin qabsoo gaggeessuu akka dhaaban beeksisan.

Amma waan dubbannu hin qabnu.Yoo kan ta’u, ta’e. Isa cichee qabsoo ogganuun fuuladura deemu qofa waliin dhaabbatama.Cimi...
28/09/2024

Amma waan dubbannu hin qabnu.
Yoo kan ta’u, ta’e.
Isa cichee qabsoo ogganuun fuuladura deemu qofa waliin dhaabbatama.
Cimina oggansaa fi tarsimoo keessaan laaluuf, uummatafis yeroo barbaachisa. Wal arguuf teenya.

Ajajaan WBO Zoonii Giddugalaa duraaniifi miseensa koree Hojiraawwachiiftuu waraanichaa kan ta'an Sanyii Nagaasaa ''ABO-WBO dhaaba nam-tokkee seeraafi heera hin qabne'' jechuun qaama kana waliin qabsoo gaggeessuu akka dhaaban beeksisan.

18/05/2024

Irreecha Aarfaasaa Bara 2024.
Koonyaa Minnesota USAtti ayyaanni Irreecha arfaasaa, Caamsaa 18, bara 2024 kabajamee ooleera.

Irreecha Aarfasaa Bara 2024.Koonyaa Minnesota USAtti ayyaanni Irreecha arfaasaa, Caamsaa 18, bara 2024 kabajamee ooleera...
18/05/2024

Irreecha Aarfasaa Bara 2024.

Irreecha Aarfasaa bara 2024Godina Kibba Lixa Shawaa, Magaalaa Walisoo, Tulluu Ayeetuu irratti Kabajameera.
28/04/2024

Irreecha Aarfasaa bara 2024
Godina Kibba Lixa Shawaa, Magaalaa Walisoo, Tulluu Ayeetuu irratti Kabajameera.

Address

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jirra Media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Jirra Media:

Shortcuts

  • Address
  • Alerts
  • Contact The Business
  • Claim ownership or report listing
  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share