Gada news network

Gada news network Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Gada news network, Media/News Company, Washington D.C., DC.

Daawit Abdataa Mana Murtii Olaanaa Federaalaatti Kan Dubbate Keessaa___Ani Ajaja Shantamaa Daawit Abdataa Caaliin jedham...
09/21/2020

Daawit Abdataa Mana Murtii Olaanaa Federaalaatti Kan Dubbate Keessaa
___
Ani Ajaja Shantamaa Daawit Abdataa Caaliin jedhama. Eegdota (security) Jawaar keessaa tokko. Wanni asittii himaatamnee hidhamnee dhihaanneef eeyduu isa waan taneef qofa. Jawaar kun akka Janaraal Sa'aaree, akka Janaraal Gazaa'ii, akka Pirezidantii Naannoo Amaaraa Dr Ambaachoo fi akka Injinar Simanyoo maaliif du'uu dide, maalif du'a isa oolchitan kan jedhu malee badii tokko hin qabnu. Jawaaris kan himaatameef morkataa siyaasaa ciimaa isaan moohu dandahuu waan taahef qofa.

Kanarratti ammoo akkaataan qabiinsa keenya hammaataa dha. Ammaa adaraadhaan poolisii Finfinnee bakka 3nyaa jedhamu jirra. Mana dukkanaa'aa keessa jirra. Nyaatni sirnaan nuuf hin galu, maatii bilbilaanillee hin argannu. Poolisiin Federaalaa bakka kanaa nuu baasuu qaba malee achi deebi'uu hin qabnu. Galatoomaa!
____

08/24/2020
08/24/2020

:
Oduun Jal ajjeefameera jedhamee fuula fb kanarra adeemaa jiru soba!

guyyaa arraa gocha sukannesa ilma nama irratti hin rawwatanme nurraatti rawwatame Nanno harari ana dire xayyara ganda di...
08/24/2020

guyyaa arraa gocha sukannesa ilma nama irratti hin rawwatanme nurraatti rawwatame Nanno harari ana dire xayyara ganda dire xayyara jadhamtutti dargaago Bayyan Aliyyi mumme jadhamu qamni warrana badi takka male nurra galafattan erga lubbun Batelle qamani warrana gubbu dhabatte dhukkusa itti lakkawan hanga rasasa itti fixatan takka”

Ijoollee keenyaa biyyaa landaan police biyyaa sanini  midhamntee rabbiin isiin haa eguu qabsoon itti fufaa abiyiin tan b...
08/24/2020

Ijoollee keenyaa biyyaa landaan police biyyaa sanini midhamntee rabbiin isiin haa eguu
qabsoon itti fufaa abiyiin tan biyyaa haqaate biyyaa alatis police itt bobasiise💪💪💪✊✊✊qeeroof qarree biyyaa ala🐅🐅🐅walin jiraa jawaar irrat garan citee qerroo amaa bodaa wanti oromoo dhabuu hin jiru

08/24/2020

"Abiyyis Ijuma ijoollee koo ilaaluun kunuunsee guddise"
Obbo Ahmad Alii Dheeraa!!
Gowaan tokko tokko Abiyi oromoo seyaa.

08/23/2020

Namoota hedduu kan nuti sabboonaadha jennee yaada turretu, Jeedalloo gogaa hoolaa uffatte ta'ee Qeerroo fi Abbootii qabeenyaa Oromoo basaasee diina wajjiin dhiiga ilmaan Oromoo dhangalaasaa jira.

Tokko namaan jechuun waan gadoo qabuuf,Dhibbi namaan jechuun garuu waan Abbichi qabu" Mammaksa Oromooti!

Namoonni kunneen yoo shira kana irraa adabachuu baatan yeroo dhiyotti saaxiluun keenya waan hin oolle.Oromoon gantuu bobaa jalatti hammatee Bilisummaa hawwuun waan hin yaadamne.

ilmaan Miskiinaa kan dabaan lola'aa jiru summii isinitti haa ta'u!

Address

Washington D.C., DC

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gada news network posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share