VOA Afaan Oromoo

VOA Afaan Oromoo Broadcasting to the Horn of Africa region since July 1996.
(496)

Raadiyoon Sagalee Ameerikaa Sagantaan Afaan Ormoo saba Itiyoophiyaa keessatti isa tokkicha guddaa tahe kan uummata biyyattii keessaa dhibba gara harka afurtamaa tahuu fi walakkeessaa fi Kibba biyyattii keessa jiraatutti xiyyeeffatee tamsaasama. Afaan Oromoo lammiwwan Oromoo Keeniyaa gama Kaabaa fi godaantota Oromoo Sudaan, Jabuutii, Giddu-galeessa Bahaa fi biyyoota Addunyaa kaan keessa jiraataniinis ni dubbatama.

Mission: Promoting dialogue and democracy

Humnoota naga-eegumsaa mootummaan baatii tokko dura hidhamanii tibbana gadi lakkifamuu ka dubbatan bakka-bu’aan Paartii ...
06/17/2020
Oromiyaa Bakkawwan Adda Addaatti Tarkaanfiin Hidhaa Mootummaan Fudhataa Jiru Dhiibbaa Hamaa Uumuu Isaa tu Dubbatama

Humnoota naga-eegumsaa mootummaan baatii tokko dura hidhamanii tibbana gadi lakkifamuu ka dubbatan bakka-bu’aan Paartii Kongirasii Federaalawa Oromoo/ KFO obbo Fiqaaduu Ayyaanaa, rakkoo hidhaan isaaniifi maatii isaanii akkasumas hojii isaanii irratti uume, jedhan VOAf ibsanii jiran.

Humnoota naga-eegumsaa mootummaan baatii tokko dura hidhamanii tibbana gadi lakkifamuu ka dubbatan bakka-bu’aan Paartii Kongirasii Federaalawa Oromoo/ KFO obbo Fiqaaduu Ayyaanaa, rakkoo hidhaan isaan

Prezidant Doonaald Traamp Ajaja Sadarkaa Ol Aanaa Dabarsan
06/17/2020
Prezidant Doonaald Traamp Ajaja Sadarkaa Ol Aanaa Dabarsan

Prezidant Doonaald Traamp Ajaja Sadarkaa Ol Aanaa Dabarsan

Manni nyaataa Atlaantaa Joorjaa keessa jiru kun torban bakka namni gurraacha ta’e Rayshard Brooks poolisii adiitiin itti dhukaafamuun ajjeefame. Manni nyaataa kunis hiriirtota mormiin gubate. Prezi

06/17/2020

Qophii Roobii. #VOAAfaanOromoo

Giddu-galli Aadaa Oromoo, ka magaalaa Finfinnee jiru artistoota ogummaa isaaniitti fayyadamuun karaa weelluu, diraamaa f...
06/17/2020
Waa'ee Vaayirasii Koronaa Hubannoo Uumuuf Qooda Artistoonni Oromoo Gumaachan

Giddu-galli Aadaa Oromoo, ka magaalaa Finfinnee jiru artistoota ogummaa isaaniitti fayyadamuun karaa weelluu, diraamaa fi taphoota adda addaa uummata barsiisuuf carraaqaa jiran kana tumsuudhaan jajjabessaa akka jiru dubbata.

Namoonni ogummaa artiitti bobba’anii jiran weerara Vaayirasii Koronaa ilaalchisee hubannoo hawaasaa cimsuuf karaa ogummaa isaaniitiin hojii geggaarii hojjetaa jiru. Giddu-galli Aadaa Oromoo, ka m

VOA Afaan Oromoo waliin afaan 47n oduu addunyaatti himti. VOA ganna 78n dura hujii jalqabde. Mootummaa Amerikaatti horii...
06/17/2020
Daarekter VOA Amandaa Bennetii fi itti aantuun isii 'hujii jabduutti jirtani jabaadhaa jedhanii nagaa dhaamattee itti gaafatama irraa bu'an

VOA Afaan Oromoo waliin afaan 47n oduu addunyaatti himti. VOA ganna 78n dura hujii jalqabde. Mootummaa Amerikaatti horiin gargaara. VOAn USAGM(US Agency of Global Media) jalatti bulti. USAGM jala Radio Free Europe/Radio Liberty,Radio Free Asia fi Cuba Broadcasting jala jira.VOAn torbaanitti nama miliyoona 280 caqasa.Amanda Bennet ganna afur VOA bulchite pirezidaanti Obaamaatti bara 2016 keessa hujii tanatti filate. Pirezidaanti Tiraampi VOAn poropogaandaa Chaayinaa afarsiti jedhee hiamtee VOAn ammoo hin mormatte. Bulchiinsii Tiraampi bulchiinsa USGM-f nama haaraa Michael Pack filate. https://bit.ly/30QG5uC #VOA #USGM #AfaanOromoo

Amandaan bulchiinsa pirezidaantiitti filate ganna afur VOA bulchaa baate.Isii fi itti aantuun isii Sandii Sugawara kalee hujii bu’uu isaanii hojjattootatti himanii VOA poropogaandaa Chaayinaa oofteetu

Naannoo Somaalee keessatti baatii tokko duraa qabee balaa lolaa uumameen uummanni utuu irraa hin dandammatin baatiin roo...
06/16/2020
Balaan Lolaa Uummata Naannoo Somaalee Keessaa Rakkinaaf Saaxile

Naannoo Somaalee keessatti baatii tokko duraa qabee balaa lolaa uumameen uummanni utuu irraa hin dandammatin baatiin roobaa waan jalaqabameef jecha yaaddoo ka biroo itti uumuu isaa mootummaan naannoo Somaalee ibsee jira.

Naannoo Somaalee keessatti baatii tokko duraa qabee balaa lolaa uumameen uummanni utuu irraa hin dandammatin baatiin roobaa waan jalaqabameef jecha yaaddoo ka biroo itti uumuu isaa mootummaan naannoo

Tigraay keessatti Paartiin Tigraayiin biyya akka taatuuf karaa nagana qabsaa’u hundeeffamuun gabaasame.
06/16/2020
Paartii Haaraan Bilisummaa Tigraayiif Qabsaa’u Hundeeffame

Tigraay keessatti Paartiin Tigraayiin biyya akka taatuuf karaa nagana qabsaa’u hundeeffamuun gabaasame.

Tigraay keessatti Paartiin Tigraayiin biyya akka taatuuf karaa nagana qabsaa’u hundeeffamuun gabaasame. Paartii bilisummaa Tigraay jedhamee kan waamamu paartiin kun sambataa fi dilbata darbe gumii h

Gumiin hoogganoota amantii fi jaarsoliin biyyaa kanneen koree araaraa gurmuu nageenyaaf jecha yeroo ammaa Meqelee seenan...
06/16/2020
Gumiin Hoogganoota Amantii Gara Maqaleetti Imalan

Gumiin hoogganoota amantii fi jaarsoliin biyyaa kanneen koree araaraa gurmuu nageenyaaf jecha yeroo ammaa Meqelee seenanii jiran.

Akka gabaasaaleen tuqanitti jilli kun kan gamasitti imaleef adda addummaa mootummaa federaalaa fi mootummaa naannoo Tigraay gidduu jiru walitti fiduuf jecha.

Gumiin hoogganoota amantii fi jaarsoliin biyyaa kanneen koree araaraa gurmuu nageenyaaf jecha yeroo ammaa Meqelee seenanii jiran. Akka gabaasaaleen tuqanitti jilli kun kan gamasitti imaleef adda add

06/16/2020
Sanyiin fooyyeffamee Dhiyaate kan GMO jedhamu biyya akka Itiyoophiyaa seenee keessumaa qonnaan bulaa bira yoo ga’e miidh...
06/15/2020
Sanyii Fooyyeffamee Dhiyaate (GMO) Laalchisee Deebii Angawaa Mootummaa Itoophiyaa

Sanyiin fooyyeffamee Dhiyaate kan GMO jedhamu biyya akka Itiyoophiyaa seenee keessumaa qonnaan bulaa bira yoo ga’e miidhaa inni qabaachuu malu ilaalchisuu dhaanis mootmmaa biraa deebii argannee jirra. Itti aanaa itti gaafatamaan institiyuutii qonnaa federaalaa Dr. Taaddesee Dhaabaa deebii nuu kennanii jiru. GMO ykn sanyiin fooyyeffame kun yoom biyya akka seene ibsuu dhaan jalqabu.

English news from the Voice of America. VOA news provides coverage from around the world and learning English lessons from VOA Special English.

Sirna awaalchaa nama qaamolee mootummaa harkatti lubbun isaa darbe jedhamee ka Saadiq Haaji Ibiroo irratti Sanbata dabre...
06/15/2020
Mormii Sanbata Dabre Dinshoo, Baalee Keessatti Ka’een Daandiin Guddaan Cufamee Namoonnillee Miidhaman Jedhama

Sirna awaalchaa nama qaamolee mootummaa harkatti lubbun isaa darbe jedhamee ka Saadiq Haaji Ibiroo irratti Sanbata dabre kana mormii ka’een daandiin guddichi Baalee Roobee irra gama Shaashamnee fi Adaamaa geessu Diinshoo irrati cufamee turuu isaa ibsame.

Sirna awaalchaa nama qaamolee mootummaa harkatti lubbun isaa darbe jedhamee ka Saadiq Haaji Ibiroo irratti Sanbata dabre kana mormii ka’een daandiin guddichi Baalee Roobee irra gama Shaashamnee fi Ada

06/15/2020

Qophii Wiixataa. #VOAAfaanOromoo

Hiriirri Mormii Yunaaytid Isteetes Keessaa Har'as Itti Fuufa Jedhame
06/15/2020
Hiriirri Mormii Yunaaytid Isteetes Keessaa Har'as Itti Fuufa Jedhame

Hiriirri Mormii Yunaaytid Isteetes Keessaa Har'as Itti Fuufa Jedhame

Yunaaytid Isteetes Atlaantaa keessatti Jimaata darbee namnii Rayshard Brooks jedhamuu harka polisiitti du'uun gabaafamee jira. Jorjiyaa keessatti mormiitonni Wiixata har'a galgala mana maree kutaa dur

Kutaa Gaash Baark keessa kan jiru waaltaalee namoota adda baasanii ka'an lama keessatti namoonni 55 haaraa vaayrasii kor...
06/15/2020
Ertraa Keessatti Lakkoobsi Namoota Koviid-19 Qabaman Dabalee Jira

Kutaa Gaash Baark keessa kan jiru waaltaalee namoota adda baasanii ka'an lama keessatti namoonni 55 haaraa vaayrasii koronaan qabamuun gabaafamee jira.

Kutaa Gaash Baark keessa kan jiru waaltaalee namoota adda baasanii ka'an lama keessatti namoonni 55 haaraa vaayrasii koronaan qabamuun gabaafamee jira. Kunis Sambataa fi Dilbata darbee kana qorannaa

Faca'iina dhukkuba Koviid-19 ittisuuf jecha naannoo daangaa Itiyoophiyaatti waaltaalee namoota adda baasanii keessa ka'a...
06/15/2020
Vaayrasii Koronaa To'achuuf Naannoo Daangaatti Maaltu Hojjatamaa Jira?

Faca'iina dhukkuba Koviid-19 ittisuuf jecha naannoo daangaa Itiyoophiyaatti waaltaalee namoota adda baasanii keessa ka'an mootummaan dabalataan kan qopheessuu ta'u Ministeerri eegumsa fayyaa Itiyoophiyaa hojjataa akka jiru ibsamee jira.

Faca'iina dhukkuba Koviid-19 ittisuuf jecha naannoo daangaa Itiyoophiyaatti waaltaalee namoota adda baasanii keessa ka'an mootummaan dabalataan kan qopheessuu ta'u Ministeerri eegumsa fayyaa Itiyoophi

#voaafricaupdate ##covid19
06/15/2020

#voaafricaupdate ##covid19

“Obboleessi Koo Miseensa ABO Waan Ta’eef Abbaa Fi Haadha Koo Ajjeesan”: Sintee Asshaagirehttps://www.voaafaanoromoo.com/...
06/12/2020
“Obboleessi Koo Miseensa ABO Waan Ta’eef Abbaa Fi Haadha Koo Ajjeesan”: Sintee Asshaagire

“Obboleessi Koo Miseensa ABO Waan Ta’eef Abbaa Fi Haadha Koo Ajjeesan”: Sintee Asshaagire
https://www.voaafaanoromoo.com/a/5460692.html
Maatiin kun, Waxabajjii 5 bara 2020 galgala mana isaanii keessaa gad waamamanii itti dhukaafamuun ajjeefaman.

Obbo Ashaagreen qonnaan bulaa cimaa akka turan maatii fi kanneen isaan beekan kan dubbatan. Jimaata Waxabajjii 5 bara 2020 galgala mana isaanii keessaa gad waamamanii itti dhukaafamuun ajjeefaman.

Magaalaalee Oromiyaa Lixaa Adda Addaa Keessaa Namoonni Hedduun Hidhamuu Dubbatu Maatii fi Jiraattonnihttps://www.voaafaa...
06/12/2020
Magaalaalee Oromiyaa Lixaa Adda Addaa Keessaa Namoonni Hedduun Hidhamuu Dubbatu Maatii fi Jiraattonni

Magaalaalee Oromiyaa Lixaa Adda Addaa Keessaa Namoonni Hedduun Hidhamuu Dubbatu Maatii fi Jiraattonni
https://www.voaafaanoromoo.com/a/5460680.html
Abbaan Warraa koo waan ilaalcha siyaasaa isaan hidhameef, ijoollee keenya jiraachisuun natti ulfaateera” jedhan, jiraattuun magaalaa Naqamtee Aadde Fireezar Massala.

Abbaan Warraa koo waan ilaalcha siyaasaa isaan hidhameef, ijoollee keenya jiraachisuun natti ulfaateera” jedhan, jiraattuun magaalaa Naqamtee Aadde Fireezar Massala. “Abbaan Warraakoo kanaan duras

06/12/2020

Maamiltoonni keenya karaa Feesbuukii nu hordoftan, harra sa'aatii dabarsinee dhufuu keenyaaf nu oofkalchaa. Qophiin Jimaataa kinooti. #VOAAfaanOromoo

Yakka Ajeechaa godina Baalee Aanaa Diinshootti raaw’atamee tureen wal qabatee namoota 12 tohannaa jala olchuu isaa bulch...
06/11/2020
Ajjeechaa Dinshootti Raaw’atamee Tureef Poolisoota Lama Dabalee Shakkamtoonni 12 Qabaman

Yakka Ajeechaa godina Baalee Aanaa Diinshootti raaw’atamee tureen wal qabatee namoota 12 tohannaa jala olchuu isaa bulchiinisi Godina Baalee beeksisee jira.

Yakka Ajeechaa godina Baalee Aanaa Diinshootti raaw’atamee tureen wal qabatee namoota 12 tohannaa jala olchuu isaa bulchiinisi Godina Baalee beeksisee jira. Namooni yakka ajjeechaa Obbo Saadiq Haaj

Weerarri Vaayirasii Koronaa eega Itiyoophiyaa keessatti mul’atee guyyoota 90 lakkoofsiseera.Kessumaammoo torban afurii a...
06/11/2020
Itiyoophiyaatti Lakkoobsi Namoota COVID 19n Qabamanii Dachaan Dabalaa Jira

Weerarri Vaayirasii Koronaa eega Itiyoophiyaa keessatti mul’atee guyyoota 90 lakkoofsiseera.
Kessumaammoo torban afurii asitti baay'inni namoota vaayirasii kanaan qabamanii dachaan dabalaa akka jiru tu ibsame.

Weerarri Vaayirasii Koronaa eega Itiyoophiyaa keessatti mul’atee guyyoota 90 lakkoofsiseera. Kessumaammoo torban afurii asitti baay'inni namoota vaayirasii kanaan qabamanii dachaan dabalaa akka jir

“Murtiin Manni-maree Federeeshinii yeroo bulchiisaa mootummaa dheeressuuf dabarse, gochaa seeraa alaa ti,” jedha ibsi pa...
06/11/2020
ABO fi KFOn Murtii Mana-maree Federeeshinii Mormuun Ibsa Baasan

“Murtiin Manni-maree Federeeshinii yeroo bulchiisaa mootummaa dheeressuuf dabarse, gochaa seeraa alaa ti,” jedha ibsi paartiileen mormitootaa lamaan waliin baasan.

Addi Bilisummaa Oromoo fi Koongiresiin Federaalawa Oromoo Manni-maree Federeeshinii Itiyoophiyaa haga filannoon waliigalaa geggeessamutti mootummaa taayitaa irra jiruuf akka yeroon aangoo dheeressamuu

06/11/2020
Prezidaant Doonaald Traamp Roobii kaleessa prezidaantii Masrii Abdel Fettaah El-Sisii waliin dubbatanii jiru. Prezidaant...
06/11/2020
Prezidaant Doonaald Traamp Prezidaantii Masrii Waliin Mari’atan

Prezidaant Doonaald Traamp Roobii kaleessa prezidaantii Masrii Abdel Fettaah El-Sisii waliin dubbatanii jiru. Prezidaant Traamp El Sisiin xumura turban darbee araarri akka bu’uu fi walitti bu’iinsi Liibiyaa keessaaa akka dhaabatu tattaaffii isaan godhan galateeffataniiru.

Prezidaant Doonaald Traamp har’a prezidaantii Masrii Abdel Fettaah El-Sisii waliin dubbatanii jiru. Prezidaant Traamp El Sisiin xumura turban darbee araarri akka bu’uu fi walitti bu’iinsi Liibiyaa kee

Sanyiin fooyyeffame kan GMO jedhamu biyyootii guddatan keessatti beekamu iyyuu biyyoota kan akka Itiyoophiyaa keessatti ...
06/11/2020
Sanyiin Fooyyeffamee Dhiyaate (GMO) Itiyoophiyaa Keessatti Babal'achuu Dura Itti Yaadamuu Qaba: Hayyuu Saayinsii Uumamaa

Sanyiin fooyyeffame kan GMO jedhamu biyyootii guddatan keessatti beekamu iyyuu biyyoota kan akka Itiyoophiyaa keessatti beekamaa miti.
Qorannaaleen hangi tokko akka mul’isanitti midhaan nyaataafis oolu ka biroon sanyii kana irraa oomishamu fayyummaa namaa qulqullina biyyoo fi qilleensa naannoo irratti dhiibbaa qabaata jedhu.
Hayyuu Saayinsii Uumamaa kan ta'aan fi biyya Noorweetti barumsa PhD barachaa kan jiran Obboo Teshome Hunduma dubbisneerra.
Marii Kutaa 1ffaa: https://www.voaafaanoromoo.com/a/5458749.html
Marii Kutaa 2ffaa: https://www.voaafaanoromoo.com/a/5458751.html

Sanyiin fooyyeffame kan GMO jedhamu biyyootii guddatan keessatti beekamu iyyuu biyyoota kan akka Itiyoophiyaa keessatti beekamaa miti. Qorannaaleen hangi tokko akka mul’isanitti midhaan nyaataafis

Address

330 Independent Ave.
Washington D.C., DC
20237

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when VOA Afaan Oromoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to VOA Afaan Oromoo:

Videos

Our Story

Odeeffannoo Dhugaa, Madaalaawaa, fi Hunda Hirmaachise

Nearby media companies


Other Broadcasting & media production in Washington D.C.

Show All