Text Jaalala

Text Jaalala Lecture. Author. Self employed. Phycologist
Dr.Chala Benti

09/15/2025

Hammam akka bareeddu quba hin qabdu, otuu daangaa miidhagina keetii beektee suma mataa keerraa jaalalli si qaba ture. Follow me Text Jaalala

09/02/2025

Laphee kee tasumaa nama sammuu hin qabneef hin laatin. Sababni isaa bakkuma argetti gata waan ta’eef 🫥

Follow me Text Jaalala

Follow me Text Jaalala
08/27/2025

Follow me Text Jaalala

08/26/2025

Dhugaa si jalaa dhokate tokko sitti himuu?

Hammam akka bareeddu quba hin qabdu, otuu daangaa miidhagina keetii beektee suma mataa keerraa jaalalli si qaba ture. Follow me 👉 Text Jaalala

08/25/2025

Jaalalli ani siif qabu hammaan hin ibsamu. Sababni isaammoo jaalalli hangana jedhamee ibsamu jaalala sobaati. Bakka sana yoo ga’e ni dhumata. Ani garuu jaalala dhuma hin qabnen si jaaladha.

Text Jaalala follow godhaa

08/25/2025

Miidhagina kee Bilillee (Mahibuubaa) inafsisu kana argee si jaalachuu dhiisuun cubbuudha.
Text Jaalala follow godhaa

08/04/2025

Miidhagina kee Bilillee (Mahibuubaa) inafsisu kana argee si jaalachuu dhiisuun cubbuudha.

❤️
Text Jaalala follow

08/02/2025

Gaafa nama jaalattu furrii fi kosii inni baatu hunda waliin jaalatta, gaafa nama jibbitu ammoo ijootni kee gaarummaa nama sanaa hin ilaalan.

Follow Text Jaalala

08/02/2025

Addunyaa kana gubbaatti wantin ani yoomuu hin dadhabne yoo jiraate Si Jaalachuu qofadha!

Follow Text Jaalala

08/01/2025

“Si Jaalachuun ko dogongora taanan yoomiyyuu sirrii ta’uu hin barbaadu”

Text Jaalala

08/01/2025

Bareedinni kee urjii inaafsisa. Amalli kee ajab nama jechisiisa. Gaarummaan kee gita hin qabu. Kolfi kee daawwaa dhibee maraati. Fooliin kee urgaa gatii qaalii caala. Manni kee jannata koodha.

Sin Jaaladha ❤️‍🔥

Text Jaalala follow godhaa

05/19/2024

FOKKORTUU DHIIRA 💪
Hzkel HD

Address

West Village, NY

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Text Jaalala posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Text Jaalala:

Share