Qubee

Qubee "Qubee for your tech awareness!"

📢 Beeksisa Hojii Online Telegram irratti💸 Telegram keessan irraa maallaqa argachuu barbaadduu?Amma carraan guddaan isin ...
30/05/2026

📢 Beeksisa Hojii Online Telegram irratti

💸 Telegram keessan irraa maallaqa argachuu barbaadduu?
Amma carraan guddaan isin eegaa jira!

Guutuu isaa comment👇 jalaa argattu⏳️🟢

Oduu Gammachiisaa🇪🇹🇪🇹📢📢📢Namoota Passport baafachuu barbaaddan hundaaf:Paasportii manuma keessan teessanii baafachuuf wan...
26/05/2026

Oduu Gammachiisaa🇪🇹🇪🇹📢📢📢

Namoota Passport baafachuu barbaaddan hundaaf:

Paasportii manuma keessan teessanii baafachuuf wantoota isin barbaachisu:

1. Haarawa baafachuuf:
🟢Waraqaa eenyummaa gandaa
🟢Waraqaa Dhalootaa
🟢National ID

2. Kan bade baafachuuf:
🟢Ragaa waajjira poolisaa
🟢National ID
🟢Waraqaa Eenyummaa Gandaa

3. Kan yeroon irraa dhume haaromsuuf:

🟢National ID
🟢Passport Koppii

4. Kan ijoollee Umrii 18 gadiif:

🟢Waraqaa Eenyummaa maatii
🟢Waraqaa Dhalootaa daa'imaa
🟢National ID

Qubee
#ፓስፖርት

Oduu Gammachiisaa namoota Passport baafachuu barbaaddan hundaaf:Paasportii manuma keessan teessanii baafachuuf wantoota ...
22/05/2026

Oduu Gammachiisaa namoota Passport baafachuu barbaaddan hundaaf:

Paasportii manuma keessan teessanii baafachuuf wantoota isin barbaachisu:

1. Haarawa baafachuuf:
🟢Waraqaa eenyummaa gandaa
🟢Waraqaa Dhalootaa
🟢National ID

2. Kan bade baafachuuf:
🟢Ragaa waajjira poolisaa
🟢National ID
🟢Waraqaa Eenyummaa Gandaa

3. Kan yeroon irraa dhume haaromsuuf:

🟢National ID
🟢Passport Koppii

4. Kan ijoollee Umrii 18 gadiif:

🟢Waraqaa Eenyummaa maatii
🟢Waraqaa Dhalootaa daa'imaa
🟢National ID

Qubee
#ፓስፖርት

19/05/2026

#ፓስፖርት

✈️ Appointment paaspoortii argachuuf yeroo dheeraa eeguu fi irra deddeebiin yaaluun isin nuffisiiseeraa?Nuti tajaajila a...
19/05/2026

✈️ Appointment paaspoortii argachuuf yeroo dheeraa eeguu fi irra deddeebiin yaaluun isin nuffisiiseeraa?

Nuti tajaajila amanamaa fi saffisaa ta’een appointment paaspoortii akka argattan isin gargaarra. ✅

🔹 Paaspoortii haaraa
🔹 Renewal / haaromsaa
🔹 Appointment qabsiisuu
🔹 Odeeffannoo fi qajeelfama guutuu

💡 Tajaajila iftoominaa qabu, odeeffannoo sirrii fi deebii saffisaa isiniif kennina.
📩 Inbox nuuf barreessaa ykn bilbilaan nu qunnamaa.

“Yeroo keessan qusadhaa — hojii kana nu irratti dhiisaa!” 🇪🇹

#ፓስፖርት

    haaraadhaan  guutamuu eegaleera!System haaraa kanarratti:- Guyyaa beellamaa jijjiirrachuun ni danda'ama.- Waraqaan b...
16/05/2026

haaraadhaan guutamuu eegaleera!

System haaraa kanarratti:
- Guyyaa beellamaa jijjiirrachuun ni danda'ama.
- Waraqaan beellamaa yoo bade irra deebiin argachuun ni danda'ama.

Namoonni tajaajila paaspoortii barbaaddan Qubee biraa ni argattu. Magaalaa barbaaddan irratti beellamaa normaliinis ta'e ariifachiisaadhaan isiniifan guuta. Bilbila ykn username comment irra jiruun kanaan telegramarratti na qunnamaa!

14/05/2026
Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Carab Cali, An Simalee, Fuad Abatamaam, Falmata Abdurahma...
14/05/2026

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Carab Cali, An Simalee, Fuad Abatamaam, Falmata Abdurahman

Jirra jirtuu!Akkuma argitan Paaspoortii Ariifachiisaa Magaaloota akka jimmaa, Adaamaa, Dessie, Hawassa, Wolaita S**o,  H...
07/05/2026

Jirra jirtuu!

Akkuma argitan Paaspoortii Ariifachiisaa Magaaloota akka jimmaa, Adaamaa, Dessie, Hawassa, Wolaita S**o, Hossana fi kanneen tokko tokko irratti system ni rakkisa. Namoonni system isin rakkisee gatii humnaa olii isin gaafatan keessaan na dubbisaa ykn telegram irraan yoo na dubbistan haala salphaan isiniif xummura!
#ፓስፖርት #ኢትዮጵያ

Address


0

Website

https://t.me/ZemenByte

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Qubee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share