Badhaaso Sheik Adam

Badhaaso Sheik Adam Halaa garii qabchu fi kofle tabachun amalagarii

adaa koti Im oromo first
Oromuman dhiga islamuman ruhiitiya
Adan basuu

I'd mubarak baga gesan idii kan gamachu kan jalala kan miki nuf hagodhu taqaballalahu mina waminkum
30/03/2025

I'd mubarak baga gesan idii kan gamachu kan jalala kan miki nuf hagodhu taqaballalahu mina waminkum

masjidni kun esat argama senan isaho ta akami me coment godha
21/03/2025

masjidni kun esat argama senan isaho ta akami me coment godha

juma mubarak salu ala nabii Salalahu aleyhi wasallam ❤
14/03/2025

juma mubarak salu ala nabii
Salalahu aleyhi wasallam ❤

14/03/2025
rabin nagan nun hagahu 🤲🖕
23/01/2025

rabin nagan nun hagahu 🤲🖕

23/01/2025

Oduu gaarii!

Ameerikaa, kutaa Minisootaatti kan argamu yuunivarsiitii ‘Liberal Arts’ jedhamu keessatti Afaan Oromoo akka gosa barnootaa tokkotti barsiifamuu jalqabe!

Obbo barsiisaa jalqabaa gosa barnootaa Afaan Oromoo yuunivarsiitii kanaa ta’uun ramadamanii jiru!

Warri dhamaatanii karoora kana milkeessitan galatoomaa, ulfaadhaa!

“Afaan…..Afaan Oromoodhaa
Awwaalamuu didee hiddisaa cimaadha…”

Address

Asabain
Sanaa
17

Telephone

+967734879217

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Badhaaso Sheik Adam posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Badhaaso Sheik Adam:

Share