Abdalla Kadir

Abdalla Kadir oromia

09/07/2025
08/07/2025
05/07/2025

Fawundeeshiniin Hacaaluu Hundeessaa Badhaafamtoota bara kanaa keessaa tokko kan tahe artist Andu’alam Gosaa irraa badhaasicha deebisiise. Sababa kanas baldhinaan himeera. Akkaataa dambii fi seera badhaasni hacaaluu itti kennamuu fi namoota akkamiif kennamuu akka qabu tarreessee kan hime Xalayaan Artist Andu’alam irraa mulqamuu badhaasaa kun Badhaasni hacaaluu namoota gochoota badii raawwataniif kan hin kennamne tahuu seerri badhaasichaa ni addeessa jechuunis addeesse. Osoo badhaasni hin qoodamin dura artist Andu’alam gocha yakkarraa walaba akka tahe ilaallullee eeruun namoota baayyee biraa isaan qaqqabaa ture artist Andu’alam ija shakkiitin akka ilaalmu waan taasiseef koreen Badhaasa hacaaluu erga irratti mari’ate booda badhaasni Artist Andu’alamiif bara kana kennamee ture akka irraa fuudhamu murteessuu himaniiru.

Address

Cape Town

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abdalla Kadir posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Abdalla Kadir:

Share