Bubbee SitCom

Bubbee SitCom Bubbee Sitcom Official – Qoosa Afaan Oromo kan si kolfisiisu yeroo hunda! πŸ˜‚πŸŽ¬

Galatoomaa! Bubbee Kutaa 2ffaan Yuutiyubii Keenya "AMN - Afaan Oromoo" Irratti Sa'aatii 24 Osoo Hin Guutin Namoota Kuma ...
16/03/2026

Galatoomaa! Bubbee Kutaa 2ffaan Yuutiyubii Keenya "AMN - Afaan Oromoo" Irratti Sa'aatii 24 Osoo Hin Guutin Namoota Kuma 100'n Daawwatameera!

Ammallee Warri Isin Jala Darbe Liinkii Kanaan Seenaa Daawwadhaa
https://youtu.be/uwEyIJMtBlU

Irra Deebiidhaan Kibxata Galgala Sa'aatii 3:00tti AMN PLUS Irratti Tamsa'a. Hordofaa!

Isa kanaaf GALATOOMAA jechaa, Yaada nuuf laattan hunda fooyyeeffannee ( sirreeffannee) torbee walitti deebina!
09/03/2026

Isa kanaaf GALATOOMAA jechaa,
Yaada nuuf laattan hunda fooyyeeffannee ( sirreeffannee) torbee walitti deebina!

BUBBEEQophoftanii bor nu ilaaluuf ? Dilbata 12:00 ttiIrra Deebii - 2:30 tti. AMN Afaan oromoo Itti dhiyaadhaa !!
07/03/2026

BUBBEE
Qophoftanii bor nu ilaaluuf ? Dilbata 12:00 tti
Irra Deebii - 2:30 tti.
AMN Afaan oromoo
Itti dhiyaadhaa !!

07/03/2026

BUBBEE
Dilbata 12:00 tti
Irra Deebii - 2:30 tti.
AMN Afaan oromoo
Itti dhiyaadhaa !!

Text Jaalala
07/02/2026

Text Jaalala

Follow Text Jaalala
06/02/2026

Follow Text Jaalala

follow godhaa πŸ‘‡                      Text Jaalala
26/01/2026

follow godhaa πŸ‘‡
Text Jaalala

15/09/2025

Hammam akka bareeddu quba hin qabdu, otuu daangaa miidhagina keetii beektee suma mataa keerraa jaalalli si qaba ture. Follow me Text Jaalala

02/09/2025

Laphee kee tasumaa nama sammuu hin qabneef hin laatin. Sababni isaa bakkuma argetti gata waan ta’eef πŸ«₯

Follow me Text Jaalala

Follow me Text Jaalala
27/08/2025

Follow me Text Jaalala

26/08/2025

Dhugaa si jalaa dhokate tokko sitti himuu?

Hammam akka bareeddu quba hin qabdu, otuu daangaa miidhagina keetii beektee suma mataa keerraa jaalalli si qaba ture. Follow me πŸ‘‰ Text Jaalala

Address

FINFINE
Krugersdorp West

Telephone

+251918690094

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Bubbee SitCom posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Bubbee SitCom:

Share