Marsimoonm

Marsimoonm Tokkummaan Humna

Barri kun kan Arsenal fi Irani 🇮🇷 Dhisa Dibbee biraa.😀
19/05/2026

Barri kun kan Arsenal fi Irani 🇮🇷 Dhisa Dibbee biraa.😀

15/05/2026

Harargheen Harka Shifttaati kufteti.

12/05/2026

Harargheen Bahee galuuf Rakkatee Furmata dhabef Sagalee ta'i

11/05/2026

Miseensonni Garee 120 Ijaaramuun qabeenya Qonnaan bulaa Keellaa Bordoddee irratti Saa-man Shufeeroota Birrii gaafachuu itti fufan.

Waggoota 6'n dabran kana keessa garee Maaf-iyaa 120 ijaaramuun keellaa hidhachuun Oomisha Qonnaan bulaa Harargee Jimaa irratti qaraxa jechuudhaan Saa-maa turte, amma Konkolaachistoota Konkolaataa fe'insa Jimaa birrii gaafachuun, kanneen birrii guddaa gaafatamuun kafaluu dadhaban Ajj-eesuu itti fufaniiru.

Haaluma kanaan taatee guyyaa 1 dura Konkolaachisaa Ayzuzuun Jimaa fe'uun Finfinnee, Adaamaa fi Baddeessaa jidduu deddeebisaa ture Abdujabbar Bakrii haala su-kanneessaan ajj-eesan ummata Ri-faasiseera.

04/05/2026

nu godha malo

Sabaaf Sablammoni Itoophiyaa  Kan Biyya Keesaf Ala turtan hundi kessanu yaada nuf laadha.Motummoota Itoophiyaa Turan kan...
04/05/2026

Sabaaf Sablammoni Itoophiyaa Kan Biyya Keesaf Ala turtan hundi kessanu yaada nuf laadha.

Motummoota Itoophiyaa Turan kana kessa Enyutu Caalati Egeree Itoophiyaatif hojete?

በሀገር ውስጥም ሆነ በውጭ አገር የነበራችሁ ሁሉ፣ አስተያየታችሁን ስጡን።

ከእነዚህ የቀድሞ የኢትዮጵያ መንግስታት ውስጥ የትኛው ለኢትዮጵያ የወደፊት ዕጣ ፈንታ በጣም ሰርቷል?
All of you who have been in the country and abroad, please give us your opinion.

Which of these Former Ethiopian Governments Worked Most for the Future of Ethiopia?

Godina Hararghee LixaaAnaa   Balaa Rakkoo Teknikaa Ho'a Gommaa irraa kaa'en Konkolan Fe'insa Boba'o Naftaa Fe'atera gahu...
04/05/2026

Godina Hararghee Lixaa
Anaa Balaa Rakkoo Teknikaa Ho'a Gommaa irraa kaa'en Konkolan Fe'insa Boba'o Naftaa Fe'atera gahuf ture
Hirmanna Kutannoo Qerroo Nannichatin Olfame.

Galatoma Qabenya ofii Arsaan tikfatun Antummadha..

Address

Adama

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Marsimoonm posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share