Shaggar Times

  • Home
  • Shaggar Times

Shaggar Times Kaayyoon keenya odeeffannoo wayitaawaa fi waktaa dhimmoota Oromiyaa fi Itoophiyaa isiniif qooduudha.

Galaana diimaa argachuuf milkii gaariitu jira!Ulaa galaana diimaa argachuuc deemsi dippiloomaasii taasifamaa jiru milkii...
14/07/2025

Galaana diimaa argachuuf milkii gaariitu jira!

Ulaa galaana diimaa argachuuc deemsi dippiloomaasii taasifamaa jiru milkii gaarii irratti argama. Yarsiimoo kennanii fudhachuutiin Itoophiyaan yeroo dhiyootti ulaa galaana diimaa ni argatti jedhamee eegama. Abbichuuf wanti hunduu salphaadha. Guddina misoomaa ariifataa dhufaa jiru caalmaatti saffisiisuuf ulaan galaanaa daran barbaachisaa ta'uu hubachuun carraa jiru hunda fayyadamee goonni ulaa galaana diimaa milkeessaa jiru Abbichuun Itoophiyaaf oolmaa guddaa oolaa jira. Tarsiimoo Ida'amuu dippiloomaasii biyyoota ollaaf xiyyeeffannoo addaa kennuu jedhu dhugoomsuun ulaa galaana diimaa yeroo inni itti mikeessu dhiyoodha. Abbichuun kaayyoo eebbifamaa ittiin biyya guddisu qabatee waan deemaa jiruuf waaqayyos gargaaraa jira. Abbichuu waliin badhaadhinni biyya keenyaa mirkanadha.

Milkiin Hidha haaromsaa misooma biroof nu onnachiisa!Milkaa'uun hidha haaromsa Itoophiyaa misooma gurguddoo badhaadhinaa...
14/07/2025

Milkiin Hidha haaromsaa misooma biroof nu onnachiisa!

Milkaa'uun hidha haaromsa Itoophiyaa misooma gurguddoo badhaadhinaaf humna ta'an hedduu akka hojjennuuf onnee nuuf ta'a.Pirojektiin laga Abbaay maallaqa guddaa fi ogummaa ol aanaa waan gaafatuuf Itoophiyaan fedha keenyaan alatti milkeessuu hin dandeessu kechuun biyyoonni dinagdeen gurguddoo ta'an Itoophiyaa deeggarsa dhorkatanii turan. Waggaa hedduu haa lakkoofsisuyyuu malee Itoophiyaan humna qabdu maallaqa, beekumsaa fi ogummaa biyya keessaa walitti Ida'uun hidha haaromsaa milkeessitee warra deeggarsa ishee dhowwatan qaanessite. Itoophiyaan amma humna guddaa qabaachuu ishee addunyaatti ibsiteetti. Warri kaleesaa milkaa'ina hidhichaaf gufuu ta'aa turan har'a immoo Itoophiyaa kadhachuu eegalaniiru. Galiin Hidhi laga Abbaay irraa argamu kan waggaa tokkootuu piroojektii gurguddaa hojjechuu danda'a. Hidhi kun kanneen akka warshaa xaa'oo, warshaa albuuda adda addaa fi Indusroriiwwan gurguddaa akka milkeessinuuf onnee guddaa guddaa nutti horeera. Amma wanti badhaadhina irraa nu dhaabu tokkoyyuu hin jiru. Abbayyaan humna badhaadhinaa keenyadha.

12/07/2025

Xawalwallee

 # A landlocked  🇪🇹 struggles with trade costs. A peaceful solution for sea access benefits all.      🌟🌟🔥♥️♥️♥️♥️  Today...
22/03/2025

# A landlocked 🇪🇹 struggles with trade costs. A peaceful solution for sea access benefits all.


🌟🌟🔥♥️♥️♥️♥️
Todays Picture ❤
Follow me

22/03/2025

Ramadankarim

Ramadan Mubarak! May this holy month bring you peace, blessings, and prosperity. Wishing you and your loved ones a month...
21/03/2025

Ramadan Mubarak! May this holy month bring you peace, blessings, and prosperity. Wishing you and your loved ones a month filled with joy, forgiveness, and spiritual growth!

Ramadan Mubarak! May this holy month bring you peace, blessings, and prosperity. Wishing you and your loved ones a month...
21/03/2025

Ramadan Mubarak! May this holy month bring you peace, blessings, and prosperity. Wishing you and your loved ones a month filled with joy, forgiveness, and spiritual growth!

🌟🌟🔥♥️♥️♥️♥️

Follow me

  dhimma Ulaa Galaanaa ajandaa Addunyaa taasiseera!! Abbaan Malaa gootni seenaa hojjechuun beekamu, fayyadama Galaana Di...
21/03/2025

dhimma Ulaa Galaanaa ajandaa Addunyaa taasiseera!!
Abbaan Malaa gootni seenaa hojjechuun beekamu, fayyadama Galaana Diimaa Itoophiyaa ajandaa Addunyaa taasisuu danda'eera.
Mirga seeraa galaanaa diimaa fayyadamuuf qabnu hawaasni Addunyaa nuuf hubachuun biyya keenyaa injifannoo guddaadha. Ajandaa fayyadama galaanaa diimaa biyya keenyaa baay'ee kan sodaatamuu fi akka yakkaatti
ilaalamu irra gara Itoophiyaan mirga fayyadamuu qabdi jedhutti ce'ee jira.
Kun Itoophiyaadhaaf milka'ina milkaa'ina oliiti.Kanaan dura waa'ee galaanaa diimaa hasa’uun akka yakkatti ilaalamaa tureera, har'a garuu hawaasni addunyaa gaaffii karra galaanaa biyyi keenya dhiyeessiteef deebii sirrii karaa nagaa Itoophiyaan galaanaa Diimaatti fayyadamu qabdi jecha jiru.
Sababiin isaas galaanni Diimaa Itoophiyaaf dhimma jiraachuu fi jiraachuu dhabuuti waan ta'eefidha.Biyya Guddoo, uummata miliyoona 130 ol qabduu fi dinagdee ishee baay'ee dabalaa jiru galaana diimaa irraa dhiibamtee itti cufamtee turuu hin dandeessu.Kanas Seera Idil Addunyaa fi qajeeltuu kenna fudhachuutiin yeroo dhiyootti akka milkeessinu shakkiin hin jiru.
❤❤❤
🇪🇹

Beautiful cabin crew
Scarlett Johansson &





















█▓▒F░O░L░L░O░W▒▓
┊┊┊▕▔╲▂▂▂╱▔▏
╭━━╮╭┈╮⠀╭┈╮╭━━╮
╰╰╰┃▏╭╮⠀╭╮▕┃╯╯╯
┈┃⠀┃▏┈┈▅┈┈▕┃⠀┃
┈┃⠀┃▏┈╰┻╯┈▕┃⠀┃
┈┃⠀╰█▓▒░M░E░▒▓

  🇪🇹Abbichu ❤️🇪🇹❤️❤️👌Facts 💯 ❤️ Ten Unknown Facts About  Founding: Tesla was founded in 2003 by engineers Martin Eberhar...
18/03/2025

🇪🇹
Abbichu ❤️🇪🇹❤️❤️👌
Facts 💯 ❤️
Ten Unknown Facts About
Founding: Tesla was founded in 2003 by engineers Martin Eberhard and Marc Tarpenning,
not Elon Musk. Musk joined the company as a major investor and became its public face.
Model Naming Quirk: Tesla’s car lineup follows a playful pattern: Model S, 3, X, and Y.
Elon Musk has said it was meant to spell "S3XY," with the number 3 replacing an "E."
Battery Focus: Tesla's breakthrough isn’t just in electric cars but also in battery technology. Tesla has invested heavily in creating
powerful and long-lasting batteries, not only for cars but also for energy storage solutions like Powerwall.
Autopilot and Full Self-Driving: Tesla’s Autopilot is an advanced driver-assistance system, but it’s not fully autonomous. The
company is working on Full Self-Driving (FSD) software, which could eventually enable true autonomous driving.
Gigafactories: Tesla operates massive manufacturing plants known as Gigafactories, located in the U.S., China, and
Germany. These factories are integral to Tesla’s ability to scale production and reduce costs.
SpaceX Connection: Tesla and SpaceX, both run by Elon Musk, share more than just a CEO. The companies collaborate on technology, and
SpaceX’s Falcon Heavy rocket even launched a Tesla Roadster into space as part of a 2018 test flight.
Sustainable Vision: Tesla's mission is to accelerate the world’s transition to sustainable energy.
In addition to electric cars, the company is a leader in solar power and energy storage solutions.
Over-the-Air Updates: Tesla was the first car manufacturer to allow over-the-air software updates, letting owners
download new features and improvements to their cars without visiting a dealership.
AI and Robots: Tesla’s AI Day event introduced Tesla Bot, a humanoid robot designed to handle dangerous or
repetitive tasks, showcasing Musk’s vision for AI and robotics beyond automobiles.

Address


Opening Hours

Monday 08:30 - 17:30
Tuesday 09:00 - 17:30
Wednesday 08:30 - 17:30
Thursday 08:30 - 17:30
Friday 08:30 - 17:30
Saturday 03:00 - 16:30

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Shaggar Times posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Shaggar Times:

  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share