Walif dabarsan

Walif dabarsan oromia

10/06/2026

የአርሲ አሰኮ እዉነት እና የደም ነጋዴዎች ሴራ

10/06/2026
10/06/2026

የአርሲ አሰኮ እዉነት እና የደም ነጋዴዎች ሴራ!

10/06/2026

Dhugaa Arsii fi gochaa
badii Shanee

Fuulawwaan waggoota shanan jireenya namarratti xiyyeeffatan ‼Itoophiyaan filannoo biyyaalessaa 6ffaa fi 7ffaa gidduutti,...
10/06/2026

Fuulawwaan waggoota shanan jireenya namarratti xiyyeeffatan ‼

Itoophiyaan filannoo biyyaalessaa 6ffaa fi 7ffaa gidduutti, magaalonni ishee ijaarsa qofaa osoo hin taane, namarratti xiyyeeffate jireenya seenaa qabeessa barreessaniiru.
Falaasamni Ida’amuu "Misoomni nama yoo hin fayyanne lafa duwwaadha" jedhee amana.

Barattoota miiliyoonaan lakkaawamaniif nyaata dhiheessuu fi maaddii qooduu babal’isuun, aadaan wal gargaarsaa Itoophiyaa hawaasa keessatti akka cimu taasiseera.

Gabaa Sanbataa fi Dilbataa kuma 2 fi 127 banuudhaan qaala’iinsa gabaa hir’isuun, akkasumas “Maaddii Guutuu” fayyadamuun maatiin akka of danda'u ta’eera.

Mana qulqullina hin qabne keessa kan jiraatan lammiilee harka qalleeyyiif, manneen kuma 100 fi kuma 66f 207 kan ijaaraman yoo ta’u, kanneen dura turan ammoo haaromsamaniiru.

Akkasumas, bakkeewwan tursiisa daa’immanii 217 sadarkaa naannolee fi Federaalaatti hundeeffamaniiru.

Dhaloonni Ida’amuu, gootota biyyaa kabajuu fi gargaaruun aadaa seenaa fi dhaloota wal qunnamsiisuu cimseera. Kunis Itoophiyaa badhaate gara fuulduraatti ijaaruuf bu'uura cimaadha.

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Walif dabarsan posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share