Borson Films

Borson Films Welcome to Borson Films! Here, we believe that every moment holds a story worth sharing.

Experience life’s rich narratives through our captivating short films, each crafted to inspire, entertain, and evoke deep emotions—all in just a few minutes.

Hiree Jaalalaa Kutaa 99ffaa!
25/09/2026

Hiree Jaalalaa Kutaa 99ffaa!

Hiree Jaalalaa is a popular Ethiopian Oromo romantic drama series p...

23/09/2026

fedhii olkaawwannaa/baafannaa maallaqa callaa battalaaf ATM keenya fayyadamaa!

Hiree Jaalalaa Kutaa 98ffaa!
18/09/2026

Hiree Jaalalaa Kutaa 98ffaa!

Hiree Jaalalaa is a popular Ethiopian Oromo romantic drama series p...

10/09/2026
10/09/2026

Gatii Fooyya'aa miti, hundarra kan caalutu isiniif mala!
የተሻለ ሳይሆን የላቀ ዋጋ ይገባዎታል!
Better Isn’t Enough, You Deserve the Best

09/09/2026

Gatii Fooyya'aa miti, hundarra kan caalutu isiniif mala!
የተሻለ ሳይሆን የላቀ ዋጋ ይገባዎታል!
Better Isn’t Enough, You Deserve the Best!

Sabbataa Jirra!Gaarii qofti hin gahu!,  Fooyya’aanillee hin ta’u!, Gatii jijjiirraa hunda caalu, kennaa bara haaraa Koop...
09/09/2026

Sabbataa Jirra!

Gaarii qofti hin gahu!, Fooyya’aanillee hin ta’u!, Gatii jijjiirraa hunda caalu, kennaa bara haaraa KoopRimitii!

Applikeeshinii KoopReemitiin biyya alaatii maallaqa yoo ergisiifattan, kennaa ayyaanaan gatii jijjiirraa gabaa hundarra caalmaa qabuun, maallaqa isiniif ergame gabbisee, bara haaraa gaarii hawwuu qofa osoo hin taane faara isinii tolcheera.

App store ykn play store irraa Aappicha buufachuun gatii gabaa hundarra caalu mirkaneeffadhaa, karaa KoopReemitiin ergisiifadhaa!


Kennaan ayyaanaa keenya, Gammachuun keessani!

Ayyaana Gaarii!

Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa.

Gaarii qofti hin gahu!,  Fooyya’aanillee hin ta’u!, Gatii jijjiirraa hunda caalu, kennaa bara haaraa KoopRimitii!       ...
09/09/2026

Gaarii qofti hin gahu!, Fooyya’aanillee hin ta’u!, Gatii jijjiirraa hunda caalu, kennaa bara haaraa KoopRimitii!

Warri Sulultaa qophiin keenya akkam ture? Boru warri_Sabbataa qopha'aa, Dhangaa ajaa'ibaa qabannee dhufaa jirra.Coop_Rem...
08/09/2026

Warri Sulultaa qophiin keenya akkam ture?

Boru warri_Sabbataa qopha'aa, Dhangaa ajaa'ibaa qabannee dhufaa jirra.

Coop_Remit.

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Borson Films posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share