WALIN EDITS

WALIN EDITS “Creative Oromo designer specializing in digital banners, cultural art, and motivational quotes.

Jirtuu??Essaa Jirtuu?📱 TikTok, Instagram Reels, Telegram fi WhatsApp irratti yeroo kee guutuu scroll gochaa jirtaa? Yero...
05/02/2026

Jirtuu??
Essaa Jirtuu?

📱 TikTok, Instagram Reels, Telegram fi WhatsApp irratti yeroo kee guutuu scroll gochaa jirtaa?
Yeroo bashannanaaf jette waggoota jireenyaa fulduraa kee dhoksitee dhiisaa jirta moo?
Deebii offummaa keef deebisii!
👀 Social media’n gammachuu yeroo gabaabaa kenna, garuu gara fuulduraatti si hin geessu.
🧍Ati yeroo scroll gootu, namni biraa dandeettii barachaa jira; dandeettii boru isa nyaachisu, isa of danda’eesisu, isa bilisa taasisu.
Jireenyi amma salphaa fakkaachuu danda’a, garuu salphaan kun yeroo gabaabaa dha.
Itti gaafatamni ni dhufa; jireenya ofii, maatii, fi egeree ofii irratti.

🙍 Dargaggummaan yeroo boqonnaa miti; dargaggummaan yeroo ijaaruu, of to’achuu, dadhabuu fi of qopheessuu dha.
🤏 Milkaa’inni kaka’umsa qofaan hin dhufu; inni hojii guyyaa guyyaan hojjetamu, sa’aatii muraasa xiyyeeffannaan itti fufuun ijaaramti.
🙏 Bashannanni diina miti, garuu jireenya guutuu ta’ee yoo si bulche, egeree kee ni saama. Yeroo kee yoo hin to’anne, namni biraa(social media ati ilaale oltuu) siif balleessa. Sa’aatiin tokko guyyaa guyyaan barnoota, dandeettii, yookaan hojiitti kennamu, waggoota dheeraa abjuu qofa caala bu’aa qaba.
Kanaafuu, har’a murteeffadhu:
scroll dhiisi; ijaaru jalqabi. Dhiphinna ofi to’achuun yeroo gabaabaa dha, garuu dhiphinni gaabbii jireenya guutuu dha. Fuuldurri ati abdattu har’a si ilaalaa jira—maalif of hin qopheessitu?

  amma illee yaalaan jira.  koo jijjiiruuf yaalaan jira.  koo jijjiiruuf yaalaan jira.  koo fi jireenya maati koo fooyye...
05/02/2026

amma illee yaalaan jira.
koo jijjiiruuf yaalaan jira.
koo jijjiiruuf yaalaan jira.
koo fi jireenya maati koo fooyyessuuf yaalaan jira.

# #

Jijjiiramni saffisaa miti.
Hojiin ulfaataan baayʼeen isaa callisaan, obsaan, kufaatii fi itti fufinsaatiin raawwatama.

# : # #

Haala namni tokko keessa jiru hundi ifa hin taʼu.
Baʼumsa inni baatu, itti gaafatamummaa fi wareegamaa isaa hin argitan.
Hawwii inni maatii isaa jijjiiruuf qabu hin beektaan.
Inni yeroo meeqa kufee, ammas kaʼee itti fufaa akka jiru hin hubattan.

# Buʼuuraa:

Nama yaalaa jiru gonkumaa hin xiqqeessinaa.
Yaaluun agarsiisa jabinaa dha.
Yaaluun agarsiisa itti gaafatamummaa dha.
Yaaluun agarsiisa abdii fi mulʼata gara fuulduraatti ilaalu dha.

# Barbaachisaa:

Yoo nama jireenya isaa jijjiiruuf hojjetaa jiru argitaan gargaara ,Yoo gargaaruu hin dandeessan taʼe,
yoo xiqqaate kabajaa kennaa.
Yoo kabajaa kennuu hin feene taʼe,
callisuu filadhaa.
Sababni isaa guddinni deeggarsa ykn yoo xiqqaate iddoo nagaa barbaada.

# Xumuraa:
Bakka geenyuu barbadnuu hin geenye ta'a
garuu bakka jalqabne hin teenye.
Kun qofti illee beekamtii fi kabajaa qabaata.
kabajaa.
kabajaa.
kabajaa.

# #እየሞከርኩኝ።
#እኔ አሁንም እየሞከርኩ ነኝ።
#ልማዴን ለመቀየር እየሞከርኩ ነኝ።
#አመለካከቴን ለማሻሻል እየሞከርኩ ነኝ።
#ስብዕናዬንና ሕይወቴን ለመሻሻል እየሞከርኩ ነኝ።

ለውጥ በአንድ ቀን አይመጣም።
እድገት በጩኸት አይመራም።
ከባድ ስራ ብዙውን ጊዜ በዝምታ፣ በጽናት፣ በመውደቅና በመነሳት ይከናወናል።

# #ይህን አስታውሱ፦

#ሰው ውስጥ ያለውን ሁኔታ ሁሉ መረዳት አይቻልም።
#የሚሸከመውን ግዴታና መሥዋዕት አታዩም።
#ቤተሰቡን ለመቀየር ያለውን ቁርጠኝነት አታውቁም።
#ስንት ጊዜ ወድቆ እንደገና ተነስቶ እየተመለሰ እንዳለ አታውቁም።

# # ዋና መርህ፦
እየሞከረ ያለን ሰው በፍጹም አትናቁ።
#መሞከር ድፍረት ነው።
#መሞከር ኃላፊነት ነው።
#መሞከር ራዕይና ተስፋ ነው።

# #አስፈላጊ ድንበር፦

እየተለወጠ ያለን ሰው ማገዝ ካልቻላችሁ፣
ቢያንስ ክብር ስጡት።
ክብር መስጠት ካልፈለጋችሁ፣
በዝምታ ተዉት።
ምክንያቱም እድገት ድጋፍ ወይም ቢያንስ ሰላማዊ ቦታ ይፈልጋል።
መደምደሚያ ሀሳብ፦
እስካሁን መድረስ የፈለግነውን ቦታ ላይ ላንሆን እንችላለን፣
ግን የጀመርንበት ቦታ ላይ አይደለንም።
ይህ ብቻውንም ክብርና እውቅና ይገባዋል።
መንገዱን አክብሩ።
ትግሉን አክብሩ።
ጥረቱን አክብሩ።
# # # # #-:-:-:-:-:-:- # # # # #

#እየሞከርኩኝነዉ #

Success is the results of the mistake that you solve it
22/11/2025

Success is the results of the mistake that you solve it

Your ex     #
05/10/2025

Your ex
#

Entrance exam results jokes
05/10/2025

Entrance exam results jokes

Happy Irrecha
03/10/2025

Happy Irrecha

Happy IRREECHAA
03/10/2025

Happy IRREECHAA

03/10/2025

BAGA AYYAANAA IRREECHAA Bara 2018Nagaan Gessaan

                             ---
28/09/2025



---

Address

Addis Ababa
1000

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when WALIN EDITS posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share