ANE PAGE

ANE PAGE ALHAMDULILLAAH ALAA KULLI HAAL

Eid Mubaarak ❤️🥰
29/03/2025

Eid Mubaarak ❤️🥰

❤️🥰
22/03/2025

❤️🥰

Yaa Rabbii nama soomanni irraa qeebalamu nu taasisi  🤲
14/03/2025

Yaa Rabbii nama soomanni irraa qeebalamu nu taasisi 🤲

Ramadaan Mubaarak 🥰 Baga ittiin nu gehe.
28/02/2025

Ramadaan Mubaarak 🥰
Baga ittiin nu gehe.

Karaan bu'aa qbeessa ittiin tahan wanta hojjetan jaalachuu ykn wanta jaalatan hojjechuu bifa rabbiin jaalatuun.❤️🥰
23/02/2025

Karaan bu'aa qbeessa ittiin tahan wanta hojjetan jaalachuu ykn wanta jaalatan hojjechuu bifa rabbiin jaalatuun.❤️🥰

01/04/2024

Anaaf Jecha Somantan
Rabbi Isiniin Haa Ja’u🤲

17/03/2024

"Qur'aana dubbisaa; bar inni guyyaa qiyaamaa saahibban saaf magantaa dhaabbataa"
Rasuul {ﷺ}

INNAA LILLAAHI WA INNAA ILEYHI RAAJI’UUNSheikh Alii Hasan Shuunee gara ganda aakhiraa godaanan. 😭😭😭Sheikh Alii Shuunee y...
08/03/2024

INNAA LILLAAHI WA INNAA ILEYHI RAAJI’UUN
Sheikh Alii Hasan Shuunee gara ganda aakhiraa godaanan. 😭😭😭

Sheikh Alii Shuunee yeroo dheeraaf hawaasa Muslimaa diin barsiisuu, kitaabota adda addaa barreessuufi ogummaa wal'aansaatiin beekamu. dalagaa isaanii gaggaarii Rabbiin irraa haa jaalatu. Rabbiin jannataan isaan haa gammachiisu. Maatiifi hawaasa isaan dhabeef Rabbiin obsa haa kennu jenna.

Address

Gelemso
HIRNA

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when ANE PAGE posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to ANE PAGE:

Share