Jimma View

Jimma View Yes! I Can.!!

14/08/2026

ክረምት በአድስ አበባ
Winter in Addis Ababa

የጅማ ዞን አስተዳደር አዲስ ያስገነባውን የአስተዳደር ህንጻ አስመረቀ።የህንጻው መገንባት የጅማ ዞን ሴክተር መስሪያ ቤቶች ለህብረተሰቡ ቀልጣፋና ምቹ አገልግሎት እንዲሰጡ ያስችላል።ከዚህ ቀደም...
13/08/2026

የጅማ ዞን አስተዳደር አዲስ ያስገነባውን የአስተዳደር ህንጻ አስመረቀ።
የህንጻው መገንባት የጅማ ዞን ሴክተር መስሪያ ቤቶች ለህብረተሰቡ ቀልጣፋና ምቹ አገልግሎት እንዲሰጡ ያስችላል።

ከዚህ ቀደም የዞኑ ሴክተር መስርያ ቤቶች በተለያዩ ቦታዎች ይሰጡ የነበረው አገልግሎት አሁን 17 ሴክተር መስርያ ቤቶች በአዲሱ ህንጻ አገልግሎትይሰጣሉ ተብሏል።

ህንጻው ሰፊ መሰብሰቢያ አዳራሽ አካቷል ።
ህንጻውን የኦሮሚያ ክልላዊ መንግስት ምክትል ፕሬዚዳንት አቶ አወሉ አብዲ ናቸው መርቀው ስራ ያስጀመሩት ።
በለማ ገመዳ

Jala bultii eebba gamoo waajjira bulchiinsa godina jimmaa!!Gamoon waajjira bulchiinsa Godina jimmaa guyyaa boruu bakka k...
12/08/2026

Jala bultii eebba gamoo waajjira bulchiinsa godina jimmaa!!

Gamoon waajjira bulchiinsa Godina jimmaa guyyaa boruu bakka keessummoonni ol aanoo naannoo fi kutaaleen hawaasaa godinichaa fi godinaalee ollaa argamanitti sirna ho’aan ni eebbifama jedhama jedhamee eegama.

✅  ቡና ምርት🤎Godina Jimmaa Aanaa Limmoo Kossaa fi Aanaa Coora Botoritti Oomisha Bunaa Paakeejii Guutuun!
11/08/2026

✅ ቡና ምርት🤎
Godina Jimmaa Aanaa Limmoo Kossaa fi Aanaa Coora Botoritti Oomisha Bunaa Paakeejii Guutuun!

Addunyaa irraa sadarkaa 3ffaa🇪🇹🥇🥈✅Shaampiyoonaa Addunyaa Umrii 20 gadii Ameerikaa, Oriiganitti dorgomamaa jiru irratti, ...
09/08/2026

Addunyaa irraa sadarkaa 3ffaa🇪🇹🥇🥈
✅Shaampiyoonaa Addunyaa Umrii 20 gadii Ameerikaa, Oriiganitti dorgomamaa jiru irratti, Itoophiyaan dabalataan Meedaaliyaa Warqii fi Meetii argatteetti.

Dorgommii fiigicha meetira 3,000 dubartootaatiin atileetonni Itoophiyaa Yordaanos Tsigaabii fi Sh*ttoo Gumii 1ffaa fi 2ffaa bahaniiru.

Atileet Yordaanos Tsigaab, fiigicha meetira 3,000 dubartootaa Daqiiqaa 8:43.65n xumuruudhaan 1ffaa bahuun Meedaaliyaa Warqii injifatteetti.

Atileet Sh*ttoo Gumii ammoo, Daqiiqaa 8:45.06 fiiguudhaan 2ffaa bahuun Meedaaliyaa Meetii kan argatte yoo ta'u, atileetiin Ugaandaa Chaariitii Cherop sadarkaa 3ffaa qabachuun xumurteetti.

Injifannoon kun kaleessa fiigicha gufachiisaa meetira 3,000 dubartootaatiin Meedaaliyaan Warqii erga galmeeffamee booda, Shaampiyoonaa Addunyaa Umrii 20 gadii irratti Itoophiyaaf Meedaaliyaa Warqii 2ffaa ta'ee galmeeffameera.

"Qabsoon Oromoo wal qixxummaaf malee olaantummaaf miti!"  "የኦሮሞ ትግል ለእኩልነት እንጂ ለበላይነት አይደለም!"MMI, Dr.Abiyyi Ahimad
08/08/2026

"Qabsoon Oromoo wal qixxummaaf malee olaantummaaf miti!"
"የኦሮሞ ትግል ለእኩልነት እንጂ ለበላይነት አይደለም!"
MMI, Dr.Abiyyi Ahimad

07/08/2026

አዲስ አበባ ኢትዮጵያ ሸራቶኒ ሆቴል አካባቢ ነው!
This is Addis Ababa, Ethiopia🇪🇹, the Sheraton Hotel area.👌

"Oromoon haphee tokkummaa Itoophiyaati." Abiy Ahmed (PhD)
07/08/2026

"Oromoon haphee tokkummaa Itoophiyaati." Abiy Ahmed (PhD)

"የኦሮሞ ሕዝብ በታሪኩ የተቃወመው የተበላሸ የአስተዳደር ሥርዓትን እንጂ ኢትዮጵያን አይደለም" - ጠቅላይ ሚኒስትር ዐቢይ አሕመድ (ዶ/ር)
07/08/2026

"የኦሮሞ ሕዝብ በታሪኩ የተቃወመው የተበላሸ የአስተዳደር ሥርዓትን እንጂ ኢትዮጵያን አይደለም" - ጠቅላይ ሚኒስትር ዐቢይ አሕመድ (ዶ/ር)

''Qabsoon Ummata Oromoo, Qabsoo bakka tokkotti eegalee dhaabbate miti qabsoo dabreen wol_harkaa fuudhamee harra ga'eedha...
07/08/2026

''Qabsoon Ummata Oromoo, Qabsoo bakka tokkotti eegalee dhaabbate miti qabsoo dabreen wol_harkaa fuudhamee harra ga'eedha"!

Ministira Muummee Abiy Ahmed Ali (PhD)

Address

Adis Abeba
Jimma

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jimma View posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share