Motessa Studio

  • Home
  • Motessa Studio

Motessa Studio Music Video Quality bareedaa sadarkaa isaa eeggate hojjechuu yoo barbaaddan nu dubbisaa �
(3)

Wallee haarayaa Gaaddisa Maaraa jedhu yeroo dhiyootti nu eegaa
14/07/2025

Wallee haarayaa Gaaddisa Maaraa jedhu yeroo dhiyootti nu eegaa

Loading .....
11/07/2025

Loading .....

08/07/2025
03/07/2025

Very Soon on Motessa Studio

Hojii haaraa dhama qabu kana guyyaa muraasa keessatti isin biraan gahuuf qoohii xumurreerra obsaan nu eegaa... DURSA FIL...
30/06/2025

Hojii haaraa dhama qabu kana guyyaa muraasa keessatti isin biraan gahuuf qoohii xumurreerra obsaan nu eegaa...

DURSA FILMS & MOTESSA STUDIO Wal ta'uun kannisiniif qooheessan ..

Artist Gameessa Sirboota aadaa sirbuun beekamttii guddaa Uummata Oromoo biratti horate Artist HUSEEN AMAANOO (Shaalloon ...
29/06/2025

Artist Gameessa Sirboota aadaa sirbuun beekamttii guddaa Uummata Oromoo biratti horate Artist HUSEEN AMAANOO (Shaalloon Faayaa Oromoon Faaya Goonni makkoo qabu rakkoo namankaayaa ) jedhe weelluu hedduu haawataaf onnachiisaa kanaan waggoota hedduuf qalbii uummata Oromoo keessa kan ture, guyyaa har'aa dilbata guddaa kana Galma guddaa magaalaa sabbataatti VCD Mata dureen isaa '' SHAGGAR FINFINNEE'' jedhu qopheessee eebbisiisuu irratti argamu Mus8c Video kanas qopheessuu fi Isin biraan gahuun dhaabbanni motessa Studio dirqama isaa bahatee jira, sa'aatiiwwan muraasa qofatu hafa obsaan nu eeggadhaa..

Galatoomaa

out now 💪💪
20/06/2025

out now 💪💪

Presenting " Yayyaba Yaboo " by Hundesa Sirna , a talented singer and songwriter bringing you heartfelt melodies and deep emotions. Enjoy this beautiful song...

Address


Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Motessa Studio posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Motessa Studio:

Shortcuts

  • Address
  • Telephone
  • Alerts
  • Contact The Business
  • Claim ownership or report listing
  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share