04/10/2026
Magaalaa Dalochaatti - Sagantaan Eebba Hifz Hafizoota 55 Gaggeeffame 📖🌙
•Dambali Media Fulbaana 24/1/2018
Rabii'-Assani 21/1448 A.H.
Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa Godina Siiltee Bulchiinsi Magaalaa Daaloochaa dhufeera - Giddu-galli Al-Nurul Islaamiyaa Hafiizoota Qur'aana Dubartii fi Dhiira 55 marsaa 3ffaaf haala guddaa ta'een Masjiida Fatih Magaalaa Daaloochaatti eebbiseera.
Sirna eebbaa kana irratti keessummoonni Magaalaa Finfinnee, Adaamaa, Warabee fi naannolee adda addaa irraa affeeramanii, miseensonni caasaa Majlisa naannoo, hayyoota; barsiisota; hawaasa naannoo; warri eebbifamtootaa fi jaalalleewwan Qur'aanaa argamaniiru.
Eebbifamtoonni fi warri isaanii baga gammaddan
👉Daandii Haqaa
Lankiiwwaan asii gadi jiruun nu hordofaan dhaamsa keenya! 👇
https://youtube.com/?si=3CNrKl3FUw1iJfKh
https://www.tiktok.com/?_r=1&_t=ZS-9AHP1rUjVKR
https://t.me/Dambalimedia