GAOM Grand African Oromo Media

09/12/2024
Guyyaa Donald Trump filatamuun kaan Gammachuu ibsachaa jiranitti Haleellaa Rookkeetii Lubnaan irraa ta'een Buufanni Xiyy...
06/11/2024

Guyyaa Donald Trump filatamuun kaan Gammachuu ibsachaa jiranitti Haleellaa Rookkeetii Lubnaan irraa ta'een Buufanni Xiyyaaraa guddichi Israa'el kan Teel Aviivitti argamu Biin Gooriyoon raafamaa jira.

Donald Trump in 2024 Election; Elected as 47th American President.
06/11/2024

Donald Trump in 2024 Election; Elected as 47th American President.

Mr.Trump Filannoo 2024 tiin Pirezidaantii Ameerikaa 47ffaa ta'uun filatamee jira.Congratulations 🎊
06/11/2024

Mr.Trump Filannoo 2024 tiin Pirezidaantii Ameerikaa 47ffaa ta'uun filatamee jira.
Congratulations 🎊

03/10/2024

Eenyu Haa ⚠️

Dhaabbanni ibsa baase.

Infinity power ibsa baaseen maqaa Infinity poweritiin wantota Itiyoophiyaa keessatti raawwatamaa jiru Kan isaa akka hin taane fi hojiileen hannaa fi gowwomsaa raawwatamaa jiru keessaa akka harkaa hin qabne beeksiisee jira.

Dabalataaniis 'website' yakki kun ittiin hojjetamaa jirus Kan isaanii akka hin taane hubachiiseera.

Dhimmichas qulqulleessee seeraaf akka dhiheessus himeera.

Sababaa kanaan namoonni hedduun akka gowwomsamaa turanii fi kanneen miidhamanillee akka jiran heerameera.

Gocha kana dhaabbatichi ana miti jechuun haalee Kan jiru yoo ta'u hawwasni qaamoolee akkanaa irraa akkaa of eeggatan hubachiisaniiru.

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when GAOM posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share