Sabaif Media

Sabaif Media Mataa guddaa irra qalbii guddaan simboo nafaati !

07/10/2026

Fayyisaan addunyaa
Nu haa eebbisu
Nu haa jabeessu
Hunda keenya
Sabaif Media Boqonnaa Itti Aanuuf...

Dacheen miidhagduu fakkaattu Kun guyyaa tokko nu ganuun ishee waan hin oolleef, waan gaarii gochuu haa shaakallu. yooma ...
07/10/2026

Dacheen miidhagduu fakkaattu Kun guyyaa tokko nu ganuun ishee waan hin oolleef, waan gaarii gochuu haa shaakallu. yooma dadhabnellee waan gaarii yaaduu haa amaleeffannu.
Sabaif Media Boqonnaa Itti Aanuuf...

01/10/2026

Galanni Abbaaf
Galanni Ilmaaf
Galanni Afuura Qulqulluuf
Bara baraan Ameen

Sabaif Media Boqonnaa Itti Aanuuf...

Waaqayyo guyyoota heedduu dabarseera guyyoota heedduus ni dabarsa galaanotaaf gaarren boollaaf dukkana fi kkf kan fuula ...
29/09/2026

Waaqayyo guyyoota heedduu dabarseera guyyoota heedduus ni dabarsa galaanotaaf gaarren boollaaf dukkana fi kkf kan fuula keenya duraas ni dabarsa.guyyaa waaqayyoof akka heyyama waaqayyootti hundumtuu ta'eera ni ta'as.guyyoonni hin daangeffamne kan waaqayyooti.
Tarii huccuu nuti uffannu akkasumas nyaatni nuti soorannu gammachuu nuuf laachuu dhiisuu malu ta'a humni waaqayyoo garuu isaan ol waan ta'eef hoomaa nun sodaachisu,abdiin keenya Kiristoos isa fannoo irratti fannifame waan ta'eef hoomaa nun sodaachisu.

Sabaif Media Boqonnaa Itti Aanuuf...

26/09/2026

Ayyaana Gaarii.
Sabaif Media Boqonnaa Itti Aanuuf...

Ayyaana Gaarii Sabaif Media Boqonnaa Itti Aanuuf...
26/09/2026

Ayyaana Gaarii
Sabaif Media Boqonnaa Itti Aanuuf...

26/09/2026

Baga geessan.
Ayyaana Gaarii
Sabaif Media Boqonnaa Itti Aanuuf...

25/09/2026

Kan fannifamte muka fannoorratti
Maaloo dhiifama nuuf godhi.
Sabaif Media Boqonnaa Itti Aanuuf...

Waaqayyo akki isaa akka qaba.Gatii kee beeka Ati abdii irraa kutattus inni abdii sirraa hin kutatuGuyyaa guyyaa dhaan dh...
25/09/2026

Waaqayyo akki isaa akka qaba.
Gatii kee beeka
Ati abdii irraa kutattus inni abdii sirraa hin kutatu
Guyyaa guyyaa dhaan dhiyaatee balbala kee rukuta
Abbaa manaa ta'ee utuu jiruu ol seenuuf heyyama kee eeggata
Tarkaanfii dhaaf hin saffisu
Namni ol si kaasuuf ni saffisa waaqayyo garuu akkas miti
Namni gadi si buusuufis ni saffisa waaqayyo garuu akkas miti
Yoo si qorellee hanga dandeettii keetiitti
Madaallii siif laatee sirraan dheessu ga'ee kee akkuma nama warra kaanii hin hirrisu
Uffee akki isaa eessa jiramee ?
Aantummaan isaa adda garraamummaan isaa dachaa dha
Harqoonni isaa hin ulfaatan qonxoxxaan isaa ni minya'aa
Garaa jabaatee dhiiga sin buusu guyyaa ilaalee sirraan dheessu
Jireenyi isa waliinii akka guddina ol adeemaa osoon beekamini.
Akka bishaan calalaa cululuqaniiti
Bobaa isaa Jalatti si kunuunsa
Hunda gochuudhaaf heyyama kee gaafata
Gaariis ta'e badii keef si adabuuf haala garaagaraatiin dura si yaadachiisa
Waan godhu akka ati barattuuf malee akka ati miidhamtuuf hin raawwatu
Waaqayyoo Keessatti keessa qaba.!.

Sabaif Media Boqonnaa Itti Aanuuf...

24/09/2026

Carraa kanatti gargaaramaatii daayimman keessan barsiifadhaa gaafa jennu gammachuu guddaadhaan.

Sabaif Media Boqonnaa Itti Aanuuf...

Address

Addis Ababa Finfinnee
Addis Ababa
1000

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sabaif Media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category