OBN - Ispoortii

OBN - Ispoortii Odaa broadcasting Network ispoortii(OBN_ispoortiin) Odeeffannoo ispoortii wayitaawaa isinii qooda.
(2)

Gabatee Torbee 1ffaa(1/38 ✅) Piriimarliigii Ingiliiz 2026/2027.Eenyutu Shaampiyoonaa ta'a barana❓👉t.me/kushelectronicssh...
26/08/2026

Gabatee Torbee 1ffaa(1/38 ✅) Piriimarliigii Ingiliiz 2026/2027.

Eenyutu Shaampiyoonaa ta'a barana❓

👉t.me/kushelectronicsshop

Qabxii olaanaa kutaa 12ffaa 2018 akka biyyaatti.Saayinsii uumamaan:- 591.6Barataa Jaalal Girmaa Kuusaa,mana barumsaa bul...
25/08/2026

Qabxii olaanaa kutaa 12ffaa 2018 akka biyyaatti.

Saayinsii uumamaan:- 591.6
Barataa Jaalal Girmaa Kuusaa,mana barumsaa bultii addaa Waldaa misooma Oromiyaa damee Adaamaa irraa yoo ta'u 600 keessaa 591.6 fideera.

Saayinsii hawaasaan:- 576.25

Barataa Saadeem Abdulaziiz Uumar mana barumsaa bultii addaa Ifa Boruu Dodolaa irraa 600 keessaa 576.25 fideera.

👉t.me/kushelectronicsshop

MacBook Air M1 Chip📱 Brand: Apple📦 Model: MacBook Air M1 13"💾 Storage: 512GB🧠 RAM: 8GB🎨 Color: Silver🖥 Screen: 13.3"⚡ Pr...
25/08/2026

MacBook Air M1 Chip

📱 Brand: Apple
📦 Model: MacBook Air M1 13"
💾 Storage: 512GB
🧠 RAM: 8GB
🎨 Color: Silver
🖥 Screen: 13.3"
⚡ Processor: M1

💰 Price: 109,999 ETB

📞0911509907

Kush Electronics Shop

🚨 Kiristaanoo Ronaaldoo fi Jiyaanii Infaantiinoo waa'ee rikoordii goolii 1000 yeroo dubbatan:  Infantino : " Goolii 1000...
25/08/2026

🚨 Kiristaanoo Ronaaldoo fi Jiyaanii Infaantiinoo waa'ee rikoordii goolii 1000 yeroo dubbatan:

Infantino : " Goolii 1000 osoo hin ga'iin dura 23 dabalataan galchuutu si hafte, sirriidhaa? Carraa gaarii, haa ilaallu!Haa ilaallu!" 🔥

Cristiano: "Eeyyeen goolii dabalataa 23 tu hafe"👀

👉t.me/kushelectronicsshop

Jaabii Aloonsoon erga leenjisaa Cheelsii ta'ee injifannoo jalqabaasaa galmeesseera.Fulham 2 - 3 Chelsea👉t.me/kushelectro...
25/08/2026

Jaabii Aloonsoon erga leenjisaa Cheelsii ta'ee injifannoo jalqabaasaa galmeesseera.

Fulham 2 - 3 Chelsea

👉t.me/kushelectronicsshop

Barataa Jaalal Girmaa Kuusaa  qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa baranaatiin qabxii 600 keessaa 591.6 fiduudhaan akka bi...
25/08/2026

Barataa Jaalal Girmaa Kuusaa qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa baranaatiin qabxii 600 keessaa 591.6 fiduudhaan akka biyyaatti sadarkaa 1ffaa irra taa'ee jira.Qabxiin kunis kan galmaa'e mana barumsaa bultii addaa Waldaa Misooma Oromiyaa irraa akka ta'e beekameera.

Laptop bituuf 👉t.me/kushelectronicsshop

Hanga daqiiqaa 30tti walqixa jiru.Fulham 1 - 1 Chelsea👉t.me/kushelectronicsshop
24/08/2026

Hanga daqiiqaa 30tti walqixa jiru.

Fulham 1 - 1 Chelsea

👉t.me/kushelectronicsshop

Walqixa XumurameNewcastle 2 - 2 Liverpool👉t.me/kushelectronicsshop
23/08/2026

Walqixa Xumurame

Newcastle 2 - 2 Liverpool

👉t.me/kushelectronicsshop

Walaloo Ajaa'ibaa deeggaraan Manchester City Kumarraa Jiidhaa nuuf erge.==========================Gareedhaan ittisteefSi...
23/08/2026

Walaloo Ajaa'ibaa deeggaraan Manchester City Kumarraa Jiidhaa nuuf erge.
==========================

Gareedhaan ittisteef
Sin baasu tooftaankee
Manchester City dha
Yoomiyyuu gooftaankee

Malaan bidda waada
Hin kutatu abdii
Ganamni yoo gantes
Galgalli abbaa qabdi

Osoo hin yaadamiin
Sirra baha suuta
Daqiiqaa gidduutti
Qabxii sadii guuta

Qoosaa City seentee
Carraadhaan dursiteef
Hin kolfiin ganama
Cherkiin keessa seennaan
Daqiiqaa gidduutti
Foddaankee banama

Daqiiqaa dhumarra
Akka galchii roobsu
Eenyutu akeeka
Warra lammiiwwanii
Akkasittan beeka

=====================

Laptop fi bilbiloota Original bitachuuf👇t.me/kushelectronicsshop

Half TimeNewcastle 1 - 0 Liverpool👉t.me/kushelectronicsshop
23/08/2026

Half Time

Newcastle 1 - 0 Liverpool

👉t.me/kushelectronicsshop

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when OBN - Ispoortii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share