Keebor Media

Keebor Media Keebor Media
Ibsaa daandii dhugaa

🌹 Guyyaa Har'aa Salawaata Buusteertaa? 🌹Nabiyyiin ﷺ ni jedhan:-"Namni yeroo tokko na irratti salawaata buuse, Rabbiin ye...
05/07/2026

🌹 Guyyaa Har'aa Salawaata Buusteertaa? 🌹
Nabiyyiin ο·Ί ni jedhan:-

"Namni yeroo tokko na irratti salawaata buuse, Rabbiin yeroo kudhan isa irratti rahmata buusa." (Sahiih Muslim)
πŸ“Ώ Ammuma irraa jalqabii salawaata baay'isi.

Ψ§Ω„Ω„Ω‡Ω… Ψ΅Ω„ ΨΉΩ„Ω‰ Ω…Ψ­Ω…Ψ― ΩˆΨΉΩ„Ω‰ Ψ’Ω„ Ω…Ψ­Ω…Ψ― ΩˆΨ³Ω„Ω…
Allaahumma salli 'alaa Muhammadin wa 'alaa Aali Muhammadin wa sallim.

🀲 Rabbiin salawaata keenya nu irraa haa qeebalu. AamiiKebor Multimediaedia
Ibsaa Daandii Dhugaa

Markazni Itqaan Barattoota 50 Hifzii Qur'aanaatiin Eebbisiise.***Keebor Media Jun 22/2026***Aanaa Gadan Asaasaa Ganda Ur...
22/06/2026

Markazni Itqaan Barattoota 50 Hifzii Qur'aanaatiin Eebbisiise.
***

Keebor Media Jun 22/2026
***

Aanaa Gadan Asaasaa Ganda Urruubaa Hanxootti Markazni Itqaan Hifzii Qur'aanaatiin Barattoota dhiiraa 35 fi Shamarran 15 Waliigala Barattoota 50 Eebbisiise.
***

Markazni Itqaan Waggoota lamaaf Hifzii Qur'aanaa fi Kitaabban Garagaraa Ustaazota Muxannoo Bara dheeraa Qaban Garagaraatiin Barsiisaa Turuun Barattoota Kanniin Eebbisiise.
***

Eebba Kanarratti Warqaa Ragaa Fi Barattoota Sadarkaa qabaniif Badhaasa adda Addaa Kennuudhaan Eebbise.
***

Gara Fuulduraattis Baruuf Barsiisuu Kanarra Fooyyessuu fi Cimsuudhaan Barattoota Haaraas Simatee Kan Barsiisu Tahuu Hoogganaa Markazichaa Sheek Umar Mulkii Dubbataniiru.
***

Saganticharratti Ulmaa'ota, Hooggntoota Majilisa Magaalichaa fi Aanaa Imaamman Masjiidotaa, Maatii Barattootaa fi Hawaasni Bal'aan Bakka Argamanitti Haala hoo'aa Taheen Geggeeffameera.
***

✍ Ukaashaa Sheek Abdulqaadir

Nuhordofaa
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
Facebook. To connect with Facebook
πŸ‘‡πŸ‘‡
https://www.facebook.com/profile.php?id=100090463585308
πŸ‘‡
https://www.facebook.com/profile.php?id=61585458022947

YouTube
??πŸ‘‡πŸ‘‡
https://www.youtube.com/

Telegram
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://t.me/KeborMedia

TikTok
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
tick.com/.multimedia

WhatsApp
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://whatsapp.com/channel/0029VbBfT6L1dAw7mnQ4l52f

25/05/2026

maashaa allaah

5 M
16/02/2026

5 M

Qophiin xumramee dhufaatii keessan qofa eegaa jirraa
07/02/2026

Qophiin xumramee dhufaatii keessan qofa eegaa jirraa

Dhaabbanni Raabixaa_Halaqaata Ilmii Barattoota 600 fi Imaamman 50 Eebbise*************************Keebor Media Feb 05/20...
06/02/2026

Dhaabbanni Raabixaa_Halaqaata Ilmii Barattoota 600 fi Imaamman 50 Eebbise
*************************

Keebor Media Feb 05/2026
***

Godina Arsii Lixaa Aanaa Kokkossaatti Dhaabbanni Raabixaa Halaqaata Ilmii Oromiyaa Dameen Arsii Lixaa Barattoota 600 fi Imaamman 50 Eebbisiise
***
Dhaabbanni Raabixaa Halaqaata Ilmii Oromiyaa Bakkeewwan Garagaraatti Barattootaa fi Du'aatota Imaamman Dabalatee Qaamota Gara garaatiif Yeroo Garagaraatti Leenjii fi Barnoota adda Addaa Kan Kennu yoo Tahu.
**

Kanuma Bu'uura Godhachuudhaan Aanaa Kokkossaa Ganda Bokoreetti Waggaa Tokkoo Oliif Barsiisaa Kan ture Dhaabbanni Raabixaa Namoota 650
Isaan keessaa Qeerroo 50, Imaamoota 50 akkasumas Dubartoota 550 ta’an barnoota Islaamaa garagaraatiin
Haala Hoo'aataheen eebbisiiseera.
***

Sagantaa Kanarratti Amiirran Raabixaa, Hooggantoonni Majlisaa, fi keessummoonni Hawaasni Bal'aan Argamaniiru.
***
Hojii Guddaa kana yeroo dheeraaf abbummaan kan hojjataa turan Hoogganaa Raabixaa Damee Da’awaa Godina Arsii Lixaa Sheekh Juneeydii H/Tolaa yoo tahan Sheikh Juneeydiin tattaaffii cimaa, obsaa fi kutannoo olaanaa barbaadu kana barnoota Isaaniitiin Cinatti hawaasa Haala Kanaan qindeessuun sadarkaa kanaan gahuuf gahee olaanaa taphataniiru.

Kanarraa keebor miidiyaan uwwisaa taasisuudhaan saganticha bareecheera yoo rabbi fedhe viidiyoo isaa yeroo gabaabduu booda kan isiniin geennu ta'a
***

✍️Ukasha Sheikh Abdul Qadir

Nuhordofaa
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
Facebook. To connect with Facebook
πŸ‘‡πŸ‘‡
https://www.facebook.com/profile.php?id=100090463585308
πŸ‘‡
https://www.facebook.com/profile.php?id=61585458022947

YouTube
??πŸ‘‡πŸ‘‡
https://www.youtube.com/

Telegram
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://t.me/KeborMedia

TikTok
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
tick.com/.multimedia

WhatsApp
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://whatsapp.com/channel/0029VbBfT6L1dAw7mnQ4l52f

02/02/2026

Kun waamicha
Hayyonni konfireensi guddicha magaalaa shaashamanneetif godhaniidha
Guyaan 1/6/2018
Istaadiyeemi shaasheetti

02/02/2026

Waamicha Konfireensi guddicha
Magaalaa shaashamnnee
Gaafa 1/6/2018
Ustaaz kaamil hasan

Markaazni Ibaadurrahmaani barattoota 180 eebbisiise β˜†β˜†β˜†β˜†β˜†β˜†β˜†β˜†β˜†β˜†β˜†Keebor Media Jan 28-2026 β˜†β˜†β˜†Godinaa Arsii Lixaa Aanaa Dod...
28/01/2026

Markaazni Ibaadurrahmaani barattoota 180 eebbisiise
β˜†β˜†β˜†β˜†β˜†β˜†β˜†β˜†β˜†β˜†β˜†

Keebor Media Jan 28-2026
β˜†β˜†β˜†
Godinaa Arsii Lixaa Aanaa Dodolaa Gandaa Baqqaati Markazni Ibaadurrahman barattoota Qur'aana Kabajamaa barataa turani 180 Eebbise.
β˜†β˜†β˜†

Markazni Ibaadurrahmaan Barattoota hardhaa eebbisiifaman keessa 21 shammarran yoo ta'an 159 dhiira akka tahe Odeeffanneerra.
β˜†β˜†β˜†

Sagantaan kun bakka Hooggntoonni Majlisa Godinaa fi Aanaa Dabalatee keessummoonni garagara fi maatiin barattoota argamanitti haala hoo'a ta'een geggeeffameera.
β˜†β˜†β˜†

✍️Ukasha Sheikh Abdul Qadir

Nuhordofaa
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
Facebook. To connect with Facebook
πŸ‘‡πŸ‘‡
https://www.facebook.com/profile.php?id=100090463585308
πŸ‘‡
https://www.facebook.com/profile.php?id=61585458022947

YouTube
??πŸ‘‡πŸ‘‡
https://www.youtube.com/

Telegram
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://t.me/KeborMedia

TikTok
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
tick.com/.multimedia

WhatsApp
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://whatsapp.com/channel/0029VbBfT6L1dAw7mnQ4l52f

27/01/2026

Oduu gammachuu tana
Dhagahaa wolidhageesisaa
Kun waamicha ulmaa'oonni
Isiniif taasisaaniidha
Guyyaan guyyaa seenaati
Istaadiyoomii magaalaa shaashamnneetti
Gaafa 1/6/2018 tti ganama sa'aati 2:30tti argamaa

Address

Addis Ababa
Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Keebor Media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share