Fafirruu ilallah

Fafirruu ilallah اللهم صل على محمد وعلى آله وصحبه وسلم تسليم كثيرة 🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋✔️✔️🇵🇸🇵🇸 https://www.facebook.com/hordoftoota3.1k/

23/04/2025

ملخص مباراة ليفربول ضد توتنهام اليوم اهداف ليفربول اليوم وتوتنهام هدف محمد صلاح ملخص مباريات اليومملخص ​ #ليفربول​ #توتنهام

20/04/2025

I got 5,500 reactions and comments on one of my posts last week! Thanks everyone for your support! 🎉

Dubbii Ajaa'ibaa!Xayyaara tokkootu Imaltoota 50 fuudhee Dachii irraa ka'uu Samii gubbaa balali'uu eegale. Xayyaarri kun ...
19/04/2025

Dubbii Ajaa'ibaa!
Xayyaara tokkootu Imaltoota 50 fuudhee Dachii irraa ka'uu Samii gubbaa balali'uu eegale. Xayyaarri kun Jaarsaa fi Jaartii qofa fuudhee imalaa waan tureef, namayyuu kooflee taphachaa jira. Osoo gammachuun Samii gubbaa balali'aa jiranii, Sagaleen Mootora Xayyaaraa dhaabbachuu hubatan. Haalli kun isaan dhibus garuu, maaltu akka mudate hin hubanne ture. Boodarra Kaappiteenii Micerphone Xayyaaraa keessaa sagaleen "Oduu Gaddaa!" jattu yoo dhagayamtu, hundi isaanii oduu tana osoo hin hubatin iyyuu eegalan. Itti fufuun "Kabajamtoota imalatoota keenya, rakkoo teeknikaa numudateef, Mootarri Xayyaara keenyaa lachuu dhaabbateera. Amma gara lafaa nuun deemaa jira. Kanaaf Daqiiqaa muraasa booda du'uutu mala. Shahaadaa qabadhaa!" jachuun dhagayame. Amma hundi isaanii musiibaa tana mormaa iyyuu eegalan. Sagaleen Xayyaara kana yoo jeeqan ammaas Sagaleen "yeroo kanatti iyyuu osoon tahin Du'aa'iitu furmaata. Kanaaf hundi keenya gama Rabbii toowbaa deebinee Rabbi haa kadhannu" jattu dhagayamte. Hoggaa kana hundi isaanii Du'aa'ii godhuu eegalan. Namayyuu cubbuu walitti dalagan waliif himanii dhiifama wal gaafachuu eegalan. Jaarsi tokko "Jaartii tiyya! Ani waggaa 3 guutuu obbaleeytii tee waliin jiraachaa jira. Garaa itti godhee ilmoo 2 irraa baaseera. Silaa yaanni keenya imala kana booda summii sinyaachifnee wajjiin bultii jaaruu ture" ja'een. Isiiniis "Dhiifama siif godheera! Anilleen ilmoo tee irraa tokko malee hunda hiriyaa kee irraan dhale. Silaa kaayyoon teenya Fakhsii siif kennee isa heerumuu ture" jattee isaaf deebifte. Osoo isaan akkanatti haasawaa jiranii ammaas Kaappiteenii Maaykiraafoonaa keessaa "Baga gammaddan! Rabbiin Du'aa'ii teessan isiniif qeebale, amma Mootorri keenya hojjachaa jira. Daqiiqaa 30 booda niqubattu" jachuun dhagayame. Hoggaa kana hundi isaanii "Lakkii! Kuni tahuu hin qabu" jachuun du'a filatan. Haaluma jiruutu kana!

Barreessaan: Hamza Abdulhakim
Isinitti tolee?! 😍
Follow Anas Abdela 🌴

19/04/2025

Mee sirritti dhaggefadhaa yo isinitti tole hiriyyoota kessanii share godhaa

💚💚🕋🕋❤️💚The Evolution of  : A Legacy of Engineering ExcellenceIntroductionBayerische Motoren Werke AG, commonly known as ...
18/04/2025

💚💚🕋🕋❤️💚
The Evolution of : A Legacy of Engineering Excellence
Introduction
Bayerische Motoren Werke AG, commonly known as BMW, is a renowned German automobile and motorcycle manufacturer celebrated for its performance-oriented vehicles and cutting-edge technology. Founded in 1916, BMW has become synonymous with luxury, innovation, and driving pleasure. This article explores the history, evolution, and impact of BMW on the automotive landscape.
History and Foundation
BMW was established in Munich, Germany, originally as a manufacturer of aircraft engines during World War I. The company's first product was the BMW IIIa aircraft engine, which gained acclaim for its performance and reliability. However, the end of the war in 1918 led to a ban on aircraft engine production in Germany, prompting BMW to diversify its offerings.— bersama Tasty Besty Food 1M.
In 1923, BMW shifted its focus to motorcycles, launching the R32, which featured a revolutionary flat-twin engine and shaft drive. This motorcycle laid the foundation for BMW's reputation in the two-wheeled segment, eventually leading to several racing successes in the years that followed.
The Automotive Era
BMW entered the automotive market in 1928 with the acquisition of the Fahrzeugfabrik Eisenach. The first BMW car was the BMW 3/15, based on the Austin Seven. The introduction of the BMW 328 in the 1930s marked a turning point for the company, establishing it as a manufacturer of high-performance sports cars. The 328 gained recognition in motorsports, winning

Address

Harar

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Fafirruu ilallah posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Fafirruu ilallah:

Share