Toltu

Toltu Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Toltu, haramaya, Addis Ababa.

07/06/2025
05/06/2025

Kan dhaggeeffatu hubachuuf, jechoota muraasatu isa ga’a

25/05/2025

Vaayirasiin Maariyyee Jaldeessaa Itiyoophiyaatti mul'achuu Ministeerri Fayyaa fi Inistiityuutiin Fayyaa Hawaasaa beeksisan

Finfinnee, Caamsaa 17, 2017 (FMC) - Vaayirasiin Maariyyee Jaldeessaa Itiyoophiyaatti mul'achuu Ministeerri Fayyaa fi Inistiityuutiin Fayyaa Hawaasaa Itiyoophiyaa beeksisan.

Dhibeen kun naannoo Oromiyaa magaalaa Mooyaaleetti mul'achuu ibsameera.

Ministeerri Fayyaa fi Inistiityuutiin Fayyaa Hawaasaa Itiyoophiyaa Vaayirasii Maariyyee Jaldeessaa (Mpox) jedhamu kana ilaalchisuun ibsa kennaniiru.

Daa'ima umrii guyyaa 21 irratti kan mul'ate yoo ta'u, qorannoo gaggeeffameen haati daa'imattis dhibichaan qabamuu mirkanaa'uu eerameera.

Haatii daa'imaa fi daa'imti dhibichi irratti mul'ate bakka tursaa qophaa'etti galuun yaalli godhamaafii kan jiru yoo ta'u, hanga ammaatti lamaanuu haalli cimaan kan isaan hin mudanne ta'uu ibsichi eereera.

01/05/2025

Namumman Maalin Safarama?

23/04/2025

Post kana osoo hin dubbisin lakkofsa 1- 10 keessa filadhuu 1 comment Jalatti bareesi Ergasii waan filatte ilaali!








1.🎁
2.🎂
3.🎉
4.🕋
5.🎢
6.🍭
7.🥙
8.🍌
9.🍎
10.🪱

lakkoofsa 1 fi 4 warri argattan ammas comment godhaa

23/04/2025

WAA 2 WAA 2 HIN TA'U
-🤩Dharri Dhugaa Hin ta'u
-🤩Dhugaanis Dhara Hin ta'u


Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Abba Birraa, Siif Siin, Sabsib Rayya, Abdunaser Jebro, St...
23/04/2025

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Abba Birraa, Siif Siin, Sabsib Rayya, Abdunaser Jebro, Stephen Sanders Mensah

20/04/2025
30/10/2023

I can cut you off and still love u. I can stop speaking to you and still care for you. I can let you go and still wish you the best. If I leave you alone, it's not to be bitter or pretty, it's for my own good. If I let you go, it's because I need to be happy, with or without you in my life.

Address

Haramaya
Addis Ababa
MEGERSAORO

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Toltu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share