Amen Graphics

Amen Graphics Graphic design is a creative discipline that involves crafting visual content to communicate messages effectively.

Innoo ka'eeraDeebi'ee inni dhufaMaaraanaataaGooftaa keenyaa Kottu!
05/05/2024

Innoo ka'eera
Deebi'ee inni dhufa
Maaraanaataa
Gooftaa keenyaa Kottu!

“Waaqayyo wanta hundumaa yeroo isaatti miidhagsee uumeera, hawwii wanta bara dheeraa booddee ta'u beekuus yaada ilmaan n...
23/04/2024

“Waaqayyo wanta hundumaa yeroo isaatti miidhagsee uumeera, hawwii wanta bara dheeraa booddee ta'u beekuus yaada ilmaan namootaa keessa kaa'eera; haa ta'u iyyuu malee, namni wanta Waaqayyo jalqabaa jalqabee hamma dhumaatti hojjete, beekuu hin danda'u.
— Lal. 3:11

Isin ayyaana Waaqayyootiin karaa amantii fayyifamtan; inni immoo kennaa Waaqayyoo ti malee, gochaa ofii keessanii miti*;...
23/04/2024

Isin ayyaana Waaqayyootiin karaa amantii fayyifamtan; inni immoo kennaa Waaqayyoo ti malee, gochaa ofii keessanii miti*;
Efesoon 2:8

27/03/2024
1Qor. 10¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯² Hundumti isaaniis kan Musee ta'uudhaaf duumessichaa fi galaanicha keessatti cuuphamaniiru,³ hundumti...
26/03/2024

1Qor. 10
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
² Hundumti isaaniis kan Musee ta'uudhaaf duumessichaa fi galaanicha keessatti cuuphamaniiru,
³ hundumti isaanii nyaata hafuuraa isa tokkicha sana nyaataniiru;
⁴ hundumti isaanii dhugaatii hafuuraa isa tokkicha sana dhuganiiru; isaan kattaa hafuuraa isa guddicha, isa isaanii wajjin adeemaa turettii dhuganiiru; kattaan guddichi sun immoo Kristos ture.

11/03/2024




“Waaqayyo, namni hundinuu akka fayyu, dhugaa beekuu biras akka ga'u in fedha.”  — 1Xim. 2:4“Nuyi garuu, Kristos isa fann...
11/03/2024

“Waaqayyo, namni hundinuu akka fayyu, dhugaa beekuu biras akka ga'u in fedha.”
— 1Xim. 2:4
“Nuyi garuu, Kristos isa fannifame in lallabna; kun immoo warra Yihudootaatti gufuu dha, warra Yihudoota hin ta'initti immo ogowwummaa dha.”
— 1Qor. 1:23




“Nuyi irra-daddarbaa keenyaan karaa hafuuraa du'oo taanee utuma jirruu, inni warra Kristosii wajjin jiraatan nu godhate;...
11/03/2024

“Nuyi irra-daddarbaa keenyaan karaa hafuuraa du'oo taanee utuma jirruu, inni warra Kristosii wajjin jiraatan nu godhate; isin ayyaana Waaqayyootiin fayyifamtan.”
— Efe. 2:5




ANI ANUMA —Ba'uu 3:14
11/03/2024

ANI ANUMA
—Ba'uu 3:14



“Yesus achii ka'ee utuu darbuu, nama Maatewos jedhamu tokko, utuu inni iddoo qaraxaa taa'uu argee, "Na duukaa bu'i!" jed...
11/03/2024

“Yesus achii ka'ee utuu darbuu, nama Maatewos jedhamu tokko, utuu inni iddoo qaraxaa taa'uu argee, "Na duukaa bu'i!" jedheen. Maatewos yommus ka'ee, duukaa in bu'e.”
— Mat. 9:9




“Achumaanis boo'aa gara miilla isaa jalaa dhaabattee, imimmaan isheetiin miilla isaa jiisaa, rifeensa mataa isheetiinis ...
28/02/2024

“Achumaanis boo'aa gara miilla isaa jalaa dhaabattee, imimmaan isheetiin miilla isaa jiisaa, rifeensa mataa isheetiinis haxaa'uu jalqabde; kana booddees miilla isaa in dhungatti, urgooftuus in dibdi turte.”
— Luq. 7:38



Dubartittiin immoo deebiftee, “Masiihiin inni Kristos jedhamu akka dhufu anuu beeka; inni gaafa dhufe waan hundumaa nutt...
28/02/2024

Dubartittiin immoo deebiftee, “Masiihiin inni Kristos jedhamu akka dhufu anuu beeka; inni gaafa dhufe waan hundumaa nutti in hima” jette*. Yesus yommus, “Inni amma sii wajjin dubbachaa jira; kunoo, ani isa” ittiin jedhe*.
Wangeela Yohannis 4:25-26


Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Amen Graphics posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share