02/10/2026
oromoon Sabaa Sirna Gadaa Umuudha ! Dr. AbiyAhmedAli
Irreechii faajjii Tokkummaa fi obbolummaattii.
Irreechi ayyaana galata qofa osoo hin taane, mallattoo nageenyaa, araaraa, tokkummaa fi kabaja uumamaa ti. Sirni Gadaa keessatti nagaa fi araarri bu’uura jireenyaa hawaasaa ta’uun, wal-dhabdee karaa marii fi jaarsummaan furuun duudhaa Oromoo keessaa isa ijoodha.